LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 36
  • ‘Waaqni Walitti Hidhe’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Waaqni Walitti Hidhe’
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Wanta Waaqayyo Walitti Hidhe”
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Jireenya Dhuma hin Qabne!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Abdii Jireenya Barabaraa
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Dhumarratti Jireenya Barabaraa Arganna!
    Yihowaa Faarfadhaa
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 36

Faarfannaa 36

‘Waaqni Walitti Hidhe’

(Maatewos 19:​5, 6)

1. Ulfinaaf gammachuun,

Foo’ameraa sadiin.

Waaqaaf nama durattii,

Galameeraa waadaan.

Yihowaattii himeeraa

Jaallachuuf niitiisaa.

(WALLEE)

‘Waaqni walitti hidhee

Maaltuu gargar baasaa!’

2. Dubbiisaa qoranii

Fedhasaa baratuu,

Waadaasaanii yoo eegan;

Eebbasaa argatuu.

Yihowaadhaaf kakattee

Jaallachuudhaaf isaa.

(WALLEE)

‘Waaqni walitti hidhee

Maaltuu gargar baasaa!’

(Dabalataan Uma. 2:24; Lal. 4:12; Efe. 5:​22-33 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi