3
Chaartii: Raajotaafi Mootota Yihudaafi Israaʼel (Kutaa 1)
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Mootota, Mootummaa gosa lamaan Yihudaa isa Kibbaa
997 Dh.K.B.
Rehobiyaam: waggaa 17
980
Abiiyaa: waggaa 3
978
Aasaa: waggaa 41
937
Yoshaafaax: waggaa 25
913
Yoraam: waggaa 8
n. 906
Ahaaziyaa: waggaa 1
n. 905
Ataaliyaa Mootittii: waggaa 6
898
Yoʼaas: waggaa 40
858
Amaasiyaa: waggaa 29
829
Uziyaa (Azaariyaa): waggaa 52
Mootota, Mootummaa gosa Israaʼel kurnanii isa Kaabaa
997 Dh.K.D.
Yerobiʼaam: waggaa 22
n. 976
Naadaab: waggaa 2
n. 975
Baaʼishaa: waggaa 24
n. 952
Elaa: waggaa 2
Ziimrii: guyyaa 7 (n. 951)
n. 947
Omriifi Tiibnii: waggaa 4
Omrii (kophaasaa): waggaa 8
n. 940
Ahaab: waggaa 22
n. 920
Ahaaziyaa: waggaa 2
n. 917
Yehoraam: waggaa 12
n. 905
Yehuu: waggaa 28
876
Yehoʼahaaz: waggaa 14
n. 862
Yehoʼahaaziifi Yoʼaas: waggaa 3
n. 859
Yoʼaas (kophaasaa): waggaa 16
n. 844
Yerobiʼaam lammaffaa: waggaa 41
Maqaa Raajotaa
Yoʼel
Eliyaas
Elsaaʼi
Yoonaas
Amos