LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 28
  • Faarfannaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Faarfannaa Haaraa
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Faarfannaa isa Haaraa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Jireenya Dhuma hin Qabne!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Ilma Kee Isa Tokkicha Nuuf Laatte
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Dhumarratti Jireenya Barabaraa Arganna!
    Yihowaa Faarfadhaa
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 28

Faarfannaa 28

Faarfannaa Haaraa

(Faarfannaa 98)

1. Faarsaa Waaqayyoon, Faarfannaa jabaaf haaraadhaan.

Waan guddaa raawwateef Raawwatu himuudhaan.

Humnasaa faarsaa; Inni Waaqa mo’iichaati.

Firdiinsaa qajeelaaf Kan barabaraati.

(WALLEE)

Faarfadhaa!

Faarfadhaa garaadhaa!

Faarfadhaa!

Yihowaan Mootiidhaa.

2. Waaqayyo keenya Ilillee guddaadhaan faarsaa!

Ulfina kennaafii, Ol kaasaa maqaasaa.

Namoota hedduu, Wajjin Gooftaa ni faarfannaa.

Baganaa, fiingeefi Xurumbaadhaan jajna.

(WALLEE)

Faarfadhaa!

Faarfadhaa garaadhaa!

Faarfadhaa!

Yihowaan Mootiidhaa.

3. Galaanonniifi, Uumamawwan achi keessaa.

Uumamawwan kaanis Sagalee guddisaa.

Lafti gammadi, Lageewwanis haa ililchan.

Uumaasaanii faarsuu, Gaarrii, tulluuf dachaan.

(WALLEE)

Faarfadhaa!

Faarfadhaa garaadhaa!

Faarfadhaa!

Yihowaan Mootiidhaa.

(Dabalataan Far. 96:1; 149:1; Isa. 42:10 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi