LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Guraandhala ful. 8
  • Namoota Naannoo Tajaajilaa Keessan Keessa Jiran Hunda Ayyaana Yaadannootiif Afeeraa!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Namoota Naannoo Tajaajilaa Keessan Keessa Jiran Hunda Ayyaana Yaadannootiif Afeeraa!
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • WANTOOTA GOCHUU DANDEESSU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Waraqaan Afeerrii Ayyaana Yaadannoo Addunyaa Maratti Ni Raabsama!
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Yihowaan Carraaqqii Ayyaana Yaadannoo Kabajuuf Goonu Nuuf Eebbisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Ayyaana Yaadannoo Beeksisuuf Duula Bitootessa 17 Jalqabu
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Guraandhala ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Namoota Naannoo Tajaajilaa Keessan Keessa Jiran Hunda Ayyaana Yaadannootiif Afeeraa!

Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo duʼa Kiristos 2016

Duulli afeerraa Guraandhala 27 kan jalqabu siʼa taʼu, namoonni naannoo keenya jiran duʼa Ayyaana Yaadannoo Kiristos akka nuu wajjin kabajaniif hamma nuuf dandaʼame namoota hedduu ni afeerra. Namoota fedhii argisiisan hunda gargaaruufis xiyyeeffannaa addaa kennuu qabna.

WANTOOTA GOCHUU DANDEESSU

ITTIIN LIXA KEE DUBBADHU

“Ayyaana baayʼee barbaachisaa taʼe tokko beeksisuuf waraqaa afeerrii kana raabsaa jirra. Bitootessa 14, (March 23, 2016) namoonni miliyonaan lakkaaʼamanii fi addunyaa maratti argaman, duʼa Yesus Kiristos kabajuu fi haasaa duuti isaa akkamitti akka nu fayyadu ibsu dhaggeeffachuuf walitti qabamu. Waraqaan afeerrii kun, saʼaatii fi iddoo walgaʼiin kun itti geggeeffamu qabateera. Yoo dandeesse utuu dhuftee natti tola.”

Namni sun fedhii yoo argisiise . . .

  • MASARAA EEGUMSAA KENNIIF

    Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • VIIDIYOO AYYAANA YAADANNOO ITTI ARGISIISI

    Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

Yommuu deebitee dhaqxu . . .

  • VIIDIYOO KITAABA QULQULLUU QAYYABACHUU KAN QABNU MAALIIFI? JEDHAMU ITTI ARGISIISI

    Achiis barreeffama qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu ittiin geggeeffamu kenniif.

  • KITAABA MACAAFNI QULQULLUUN MAAL BARSIISA? JEDHAMU KENNIIF

    Odeeffannoo dabalataa Ayyaana Yaadannoo ilaalchisee, fuula 206-208 irra jiru itti himi. Achiis kitaabicha kenniif.

  • BIROOSHURA WAAQAYYOON DHAGGEEFFADHU JEDHAMU KENNIIF

    Fuula 18-19 fayyadamuudhaan duuti Yesus hiika maalii akka qabu mariʼadhaa. Achiis birooshuricha kenniif.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi