LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Muddee ful. 2
  • Namni Gara Jabinaan Ariʼachaa Ture Dhugaa Baatuu Hinaaffaa Qabu Taʼe

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Namni Gara Jabinaan Ariʼachaa Ture Dhugaa Baatuu Hinaaffaa Qabu Taʼe
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gumichi “Nagaa Guddaa Argate”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • Karaa Gara Damaasqoo Geessurratti
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Namoonni Wanta Gadhee Raawwatan Jijjiiramuu Dandaʼuu?
    Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
  • “Abboomamuun Aarsaa Irra Caala”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Muddee ful. 2
Saaʼol ifni cimaan samii irraa waan isatti calaqqiseef yommuu lafatti kufu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 9-11

Namni Gara Jabinaan Ariʼachaa Ture Dhugaa Baatuu Hinaaffaa Qabu Taʼe

9:15, 16, 20-22

Saaʼol wanta barate yeruma sana hojii irra oolcheera. Warri kaan kana kan hin goone taʼus, Saaʼol wanta barate hojii irra kan oolche maaliifi? Nama kam iyyuu caalaa Waaqayyoon waan sodaatuu fi gara laafina Kiristoos isatti argisiiseef dinqisiifannaa guddaa waan qabuuf ture. Kitaaba Qulqulluu qoʼachaa kan jirtuu fi hamma yoonaatti kan hin cuuphamne yoo taate, wanta barachaa jirtu yeruma sana hojii irra oolchuu ilaalchisee fakkeenya Saaʼol hordofuu kan dandeessu akkamitti?

KANA BEEKTAA?

Warri Roomaa Yihudootaaf dhimmoota murtiin isaan barbaachisu ofuma isaaniitii akka murteeffatan mirga isaaniif kennanii turan. Kana malees, yaaʼiin Saanhedriinii fi lubni ol aanaan seera naamusaa Yihudoota eessa iyyuu jiraatan irratti hojjetu baasuuf aangoo qabu turan. Kanaaf, Saaʼol Yihudoota Kiristiyaanota taʼan, biyyoota fagoo kan akka Damaasqoo jiran illee dhaquudhaan qabee akka isaan hidhuuf aangoo isaaf kennanii turan.

Kaartaa Damaasqoo fi Yerusaalem argisiisu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi