LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Guraandhala ful. 4
  • “Waaqayyo . . . Jaalala Nuuf Qabu Argisiiseera”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Waaqayyo . . . Jaalala Nuuf Qabu Argisiiseera”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Furii—‘Kennaa Guutuu’ Abbaa Biraa Argame
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Furiin—Kennaa Waaqayyoo Isa Hunda Caaludha
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Furii—Kennaa Waaqayyoo Isa Hunda Caalu
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Furicha Dinqisiifachuu Keessan Itti Fufaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Guraandhala ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 4-6

“Waaqayyo . . . Jaalala Nuuf Qabu Argisiiseera”

5:8, 18, 21

Kennaan furii Yihowaan nuuf kenne, maqaa isaa qulqulleessuu fi ol aantummaan isaa akka mirkanaaʼu gochuu keessatti gaʼee guddaa qaba. Furichi yeroo ammaatti Yihowaa duratti ejjennoo qulqulluu akka qabaannu godha; akkasumas gara fulduraatti namoota ajajamoo taʼan hundaaf jireenya bara baraa argamsiisa.

Dinqisiifannaa furichaaf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Namni tokko yommuu cuuphamu

    Of murteessuu fi cuuphamuun keenya furicha irratti amantii akka qabnuu fi kan Yihowaa taʼuu akka barbaannu argisiisa

  • Obboloonni lama misiraachoo yommuu lallaban

    Misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo lallabuun keenya akkuma Yihowaa namoota akaakuu hundumaatiif jaalala akka qabnu argisiisa.—Mat 22:39; Yoh 3:16

Karaawwan kan biroo kamiin dinqisiifannaa furichaaf qabu argisiisuu dandaʼa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi