LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Guraandhala ful. 4
  • Guraandhala 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Guraandhala ful. 4

Guraandhala 11-17

ROOMAA 4-6

  • Faarfannaa 20 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqayyo . . . Jaalala Nuuf Qabu Argisiiseera”: (Daq. 10)

    • Rom 5:8, 12—Yihowaan “utuu nuti cubbamoota taanee jirruu” nu jaallateera (w11 6/15 12 key. 5)

    • Rom 5:13, 14—Cubbuu fi duuti akka mootiitti moʼaniiru (w11 6/15 12 key. 6)

    • Rom 5:18, 21—Yihowaan jireenya argachuu akka dandeenyuuf Ilma isaa ergeera (w11 6/15 12-13 key. 9-10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Rom 6:3-5—“Kiristoos Yesuusii” wajjin tokko taʼuuf cuuphamuu fi “gara duʼa isaatti” cuuphamuu jechuun maal jechuu dha? (w08 6/15 29 key. 7)

    • Rom 6:7—Namoonni duʼaa kaʼan cubbuu duʼuu isaanii dura raawwatan irratti hundaaʼuudhaan itti hin murteeffamu kan jennu maaliifi? (w14-AM 6/1 11 key. 1)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Rom 4:1-15 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 4)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 6)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko itti argisiisi. (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 107

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 36

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 119 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi