LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 13
  • Yihowaan Ariʼatama Gara Dhugaa Baʼuutti Jijjiira

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Ariʼatama Gara Dhugaa Baʼuutti Jijjiira
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ariʼatama Sirra Gaʼu Dandamachuu ni Dandeessa
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Yeroo Ariʼatamni Isinirra Gaʼu Gammadaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • “Gumii . . . Irratti Ar⁠i⁠ʼatamni Guddaan ni K⁠a⁠ʼe”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • Yaada Ofiitti kan hin Cichine Taʼuudhaan Yihowaa Fakkaadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 13

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Ariʼatama Gara Dhugaa Baʼuutti Jijjiira

Yeroo baayʼee kaayyoon namoota ariʼatama nu irraan gaʼanii hojii lallabaa keenya dhabsiisuu dha. Haa taʼu malee, yeroo ariʼatamaatti Yihowaadhaaf amanamoo taanee yoo itti fufne ulfina isaaf fidna.

VIIDIYOO GAAFANNOO OBBOLEESSA KEENYA DIMITRII MIKHAALOVIIF GODHAME JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa viidiyoo ‘Gaafannoo Obboleessa Keenya Dimitrii Mikhaaloviif Godhame’ jedhamu irraa fudhatame. Mikhaalov harki isaa hidhamee poolisoota lama duuba deemaa jira.

    Obboleessa keenya Mikhaalov irra ariʼatama akkamiitu gaʼe?

  • Suuraa viidiyoo ‘Gaafannoo Obboleessa Keenya Dimitrii Mikhaaloviif Godhame’ jedhamu irraa fudhatame. Mikhaalov mana hidhaa utuu jiruu xalayaa barreessaa jira. Xalayaawwan haati manaa isaa isaaf ergite minjaala irra jiru.

    Obboleessi keenya Mikhaalov jabaatee akka dhaabbatu Yihowaan kan isa gargaare akkamitti?

  • Yihowaan namoota mana hidhaa jiran kaaniif dhugaa baʼuuf ariʼatama obboleessa keenya Mikhaalov irra gaʼetti kan fayyadame akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi