LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 13
  • Yeroo Ariʼatamni Isinirra Gaʼu Gammadaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Ariʼatamni Isinirra Gaʼu Gammadaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ariʼatama Sirra Gaʼu Dandamachuu ni Dandeessa
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Kiristiyaanota Ariʼatamni Isaan Irra Gaʼaa Jiruuf Kadhachuu hin Dagatinaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Roomaa 12:12—“Abdichatti Gammadaa, Rakkina Keessatti Jabaadhaa Dhaabbadhaa, Kadhannaatti Jabaadhaa”
    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname
  • Faana Kiristoos Dhiheenyatti Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 13
Suuraawwan viidiyoo “Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya—Ariʼatamni Nu Irra Gaʼus” jedhamurraa fudhataman. Suuraawwan garaa garaa: Konistaantiin Bazheenoov mana hidhaa jira. 1. Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jira. 2. Kadhachaa jira. 3. Sagalee isaa ol kaasee faarfannaa Mootummichaa faarfachaa jira.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yeroo Ariʼatamni Isinirra Gaʼu Gammadaa

Kiristiyaanonni ariʼatamni akka isaanirra gaʼu ni eegu. (Yoh 15:20) Ariʼatamni hamma tokko yaaddoo, yeroo tokko tokkommoo gadda kan nurraan gaʼu taʼus yeroo jabaannee dandamannu gammadoo taʼuu dandeenya.—Mat 5:10-12; 1Ph 2:19, 20.

VIIDIYOO GAMMADOO TAʼUU NI DANDEENYA—ARIʼATAMNI NU IRRA GAʼUS JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Muuxannoo obboleessa keenya Bazheenoov irraa wantoota armaan gadii gochuu ilaalchisee maal baratte?

  • Guyyaa guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu dubbisuu

  • Gargaarsa obboloota keenyaa fudhachuua

  • Yeroo hunda kadhachuu

  • Faarfannaawwan Mootummichaa faarfachuu

  • Waaʼee amantii keenyaa dubbachuu

a Kiristiyaanota hidhamanii jiraniif maqaa isaanii caqasnee kadhachuufii dandeenya. Haa taʼu malee, waajjirri damee xalayaa dhuunfaadhaan isaaniif ergine isaaniif nuu geessuu hin dandaʼu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi