LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Amajjii ful. 8
  • Kiristiyaanota Ariʼatamni Isaan Irra Gaʼaa Jiruuf Kadhachuu hin Dagatinaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kiristiyaanota Ariʼatamni Isaan Irra Gaʼaa Jiruuf Kadhachuu hin Dagatinaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Oduuwwan Amanamuu Dandaʼanii fi Amantii namaa Cimsan
    Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa Kan Jiru Akkamitti?
  • Yeroo Ariʼatamni Isinirra Gaʼu Gammadaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • JW.ORG Irraa Ogummaa Guyyaa Guyyaadhaan Isin Fayyadu Argadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Amajjii ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Kiristiyaanota Ariʼatamni Isaan Irra Gaʼaa Jiruuf Kadhachuu hin Dagatinaa

Kitaabni Qulqulluun, Seexanni tajaajila keenya dhaabsisuuf jecha, ariʼatama akka nu irraan geessisu raajii dubbateera. (Yoh 15:20; Mul 12:17) Kiristiyaanota biyyoota kan biraa jiranii fi ariʼatamni isaan irra gaʼaa jiru gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? Isaaniif kadhachuu dandeenya. “Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.”—Yaq 5:16.

Obboleessa harki isaa hidhamee mana hidhaatti geeffamaa jiru; garee obbolootaa; obboleessa kadhachaa jiru

Waaʼee maalii kadhachuu dandeenya? Yihowaan obbolootaa fi obboleettota keenyaaf ija jabina akka kennu, akkasumas akka hin sodaanne akka isaan gargaaru kadhachuu dandeenya. (Isa 41:10-13) “Jireenya tasgabbii fi gabii qabu akka jiraannuuf,” abbootiin taayitaa hojii lallabaa keenyaaf ilaalcha gaarii akka qabataan kadhachuus ni dandeenya.—1Xi 2:1, 2.

Phaawulosii fi Pheexiros yommuu ariʼatamni isaan irra gaʼetti, Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaa maqaa isaanii waamanii isaaniif kadhataniiru. (HoE 12:5; Rom 15:30, 31) Maqaa obboloota yeroo ammaatti ariʼatamni isaan irra gaʼu hunda beekuu baannus, gumii, biyya ykn naannoo isaanii caqasuudhaan isaaniif kadhachuu ni dandeenyaa?

  • Ariʼatama Dhugaa Baatota Yihowaa irra gaʼaa jiru ilaalchisee odeeffannoo haaraa argachuuf weeb saayitii jw.org ilaali. (NEWSROOM > LEGAL DEVELOPMENTS jalaa ilaali.)

  • Mata dureen “Jehovah’s Witnesses Imprisoned for Their Faith—By Location” jedhuu fi weeb saayitii jw.org jedhamu irra jiru tokkoon tokkoon biyyootaa keessatti lakkoofsa obboloota mana hidhaa jiranii ni caqasa. (NEWSROOM > LEGAL DEVELOPMENTS jalaa ilaali.)

Kiristiyaanota biyyoota armaan gadii ariʼatamni irra gaʼaa jiruuf kadhachuun barbaada:

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi