- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
1 XIMOTEWOS
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Nagaa dhaamuu (1, 2)
Akeekkachiisa barsiisota sobaa ilaalchisee kenname (3-11)
Gaarummaa guddaa Phaawulositti argisiifame (12-16)
Mootii bara baraa (17)
‘Waraana isa baʼeessa sana irratti hirmaadhu’ (18-20)
2
3
Ulaagaalee ilaaltonni ol aanaan guutuu qaban (1-7)
Ulaagaalee tajaajiltoonni gumii guutuu qaban (8-13)
Iccitii qulqulluu Waaqayyoof buluu (14-16)
4
Akeekkachiisa barumsa jinniiwwanii ilaalchisee kenname (1-5)
Tajaajilaa Kiristoos isa gaarii taʼuu (6-10)
Barumsa barsiistuuf xiyyeeffannaa kenni (11-16)
5
Dargaggootaa fi maanguddoota ulfinaan qabuu (1, 2)
Dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan gargaaruu (3-16)
Jaarsolii jabaatanii hojjetan kabajuu (17-25)
6
Garboonni gooftolii isaaniitiif ulfina haa kennan (1, 2)
Barsiisota sobaa fi jaalala qarshii (3-10)
Qajeelfama nama Waaqaatiif kenname (11-16)
Hojii gaariidhaan badhaadhota taʼaa (17-19)
Wanta imaanaadhaan sitti kenname eegi (20, 21)