LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 691-692
  • Qabiyyee 1 Seenaa Baraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee 1 Seenaa Baraa
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Fedha Kee Gochuu Na Barsiisi!”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Qabiyyee 2 Saamuʼel
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Yihowaan Bara Duriitti Sabasaa ‘Fureera’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Israa’eloonni Mootii Moosifachuu Barbaadan
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
Dabalataan Ilaaluuf
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee 1 Seenaa Baraa

1 SEENAA BARAA

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Addaamii jalqabee hamma Abrahaamitti (1-27)

    • Sanyiiwwan Abrahaam (28-37)

    • Edoomota, mootota isaanii fi dura buutota isaanii (38-54)

  • 2

    • Ilmaan Israaʼel 12n (1, 2)

    • Sanyiiwwan Yihudaa (3-55)

  • 3

    • Sanyiiwwan Daawit (1-9)

    • Mootota warra sanyii Daawit taʼan (10-24)

  • 4

    • Sanyiiwwan Yihudaa warra kaan (1-23)

      • Yaabeezii fi kadhannaa isaa (9, 10)

    • Sanyiiwwan Simiʼoon (24-43)

  • 5

    • Sanyiiwwan Ruuben (1-10)

    • Sanyiiwwan Gaad (11-17)

    • Haggaaronni ni moʼaman (18-22)

    • Walakkaa gosa Minaasee (23-26)

  • 6

    • Sanyiiwwan Leewwii (1-30)

    • Faarfattoota mana qulqullummaa (31-47)

    • Sanyiiwwan Aaron (48-53)

    • Gandeen Leewwotaa (54-81)

  • 7

    • Sanyiiwwan Yisaakor (1-5), kan Biiniyaam (6-12), kan Niftaalem (13), kan Minaasee (14-19), kan Efreem (20-29), akkasumas kan Asheer (30-40)

  • 8

    • Sanyiiwwan Biiniyaam (1-40)

      • Hidda dhalootaa maatii Saaʼol (33-40)

  • 9

    • Hidda dhalootaa warra boojuudhaa deebiʼanii (1-34)

    • Hiddi dhalootaa maatii Saaʼol irra deebiʼamee ibsame (35-44)

  • 10

    • Saaʼolii fi ilmaan isaa duʼuu isaanii (1-14)

  • 11

    • Guutummaan Israaʼel Daawitiin mootii godhee dibe (1-3)

    • Daawit Xiyooniin ni qabate (4-9)

    • Loltoota Daawit warra jajjaboo (10-47)

  • 12

    • Namoota Daawit mootii akka taʼu deggeran (1-40)

  • 13

    • Taabotichi Qiriyaat Yeʼariimii ni fidame (1-14)

      • Uuzaan ni ajjeefame (9, 10)

  • 14

    • Yihowaan Daawitiin mootii godhee cimsee dhaabe (1, 2)

    • Maatii Daawit (3-7)

    • Filisxeemonni ni moʼaman (8-17)

  • 15

    • Leewwonni Taaboticha baatanii gara Yerusaalem dhaqan (1-29)

      • Miikaal Daawitiin tuffatte (29)

  • 16

    • Taabotichi dunkaana keessa kaaʼame (1-6)

    • Faarfannaa galataa Daawit (7-36)

      • “Yihowaan Mootii taʼeera!” (31)

    • Taaboticha duratti tajaajiluu (37-43)

  • 17

    • Daawit mana qulqullummaa akka hin ijaarre itti himame (1-6)

    • Kakuu mootummaadhaaf Daawitii wajjin galame (7-15)

    • Kadhannaa galataa Daawit (16-27)

  • 18

    • Injifannoowwan Daawit argate (1-13)

    • Bulchiinsa Daawit (14-17)

  • 19

    • Amoononni ergamtoota Daawit salphisan (1-5)

    • Injifannoo Amoonii fi Sooriyaa irratti argame (6-19)

  • 20

    • Raabaan ni qabamte (1-3)

    • Filisxeemonni baayʼee guguddaa taʼan ni ajjeefaman (4-8)

  • 21

    • Daawit seeraan alaan uummaticha lakkaaʼe (1-6)

    • Yihowaan Israaʼelota adabe (7-17)

    • Daawit iddoo aarsaa ijaare (18-30)

  • 22

    • Daawit ijaarsa mana qulqullummaatiif qophii godhe (1-5)

    • Daawit Solomooniif qajeelfama kenne (6-16)

    • Bulchitoonni Solomooniin akka gargaaran ajajaman (17-19)

  • 23

    • Daawit Leewwota gurmeesse (1-32)

      • Aaronii fi ilmaan isaa adda baafaman (13)

  • 24

    • Daawit luboota garee 24tti gurmeesse (1-19)

    • Hojiiwwan Leewwotaa kaan (20-31)

  • 25

    • Namoota mana Waaqayyootti muuziqaa taphatanii fi faarfatan (1-31)

  • 26

    • Gareewwan karra eegdotaa (1-19)

    • Ajajjoota mana kuusaa fi abbootii taayitaa kaan (20-32)

  • 27

    • Abbootii taayitaa mooticha tajaajilan (1-34)

  • 28

    • Haasaa Daawit ijaarsa mana qulqullummaa ilaalchisee kenne (1-8)

    • Solomooniif qajeelfamni ni kenname; pilaaniin ijaarsaas isaaf kenname (9-21)

  • 29

    • Buusii mana qulqullummaatiif godhame (1-9)

    • Kadhannaa Daawit (10-19)

    • Uummatichi ni gammade; Solomoon mootii taʼe (20-25)

    • Daawit ni duʼe (26-30)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi