- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
LALLABA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
Solomoon wanta raawwate ni gamaaggame (1-11)
Ogummaan namaa faayidaa xinnoo qaba (12-16)
Jabaatanii hojjechuun gatii hin qabu (17-23)
Nyaachuu, dhuguu fi hojiitti gammaduu (24-26)
3
Wanti hundi yeroo qaba (1-8)
Jireenya isa kennaa Waaqaa taʼetti gammaduu (9-15)
Waaqni nama hundaaf haqaan murteessa (16, 17)
Namoonnis taʼan horiin dhuma irratti ni duʼu (18-22)
4
Hacuuccaa duʼa irra hammaatu (1-3)
Hojiidhaaf ilaalcha madaalamaa qabaachuu (4-6)
Faayidaa michuu (7-12)
Jireenyi bulchaa gatii kan hin qabne taʼuu dandaʼa (13-16)
5
Sodaa sirrii taʼeen Waaqatti dhihaachuu (1-7)
Warri ol jiran warra isaanii gadi jiran ni ilaalu (8, 9)
Qabeenyi gatii hin qabu (10-20)
6
7
Maqaa gaarii fi guyyaa duʼaa (1-4)
Ifannaa ogeessaa (5-7)
Jalqaba wanta tokkoo irra dhuma wanta sanaa wayya (8-10)
Faayidaa ogummaa (11, 12)
Guyyaa gaarii fi guyyaa rakkinaa (13-15)
Ilaalcha madaalamaa qabaachuu (16-22)
Wanta sassaabdichi hubate (23-29)
8
9
Wanti dhuma irratti hunduma isaanii irra gaʼu tokko dha (1-3)
Duuti jiraatus jireenyatti gammaduu (4-12)
Warri duʼan homaa hin beekan (5)
Awwaala keessa sochiin hin jiru (10)
Yeroo fi wanta hin eegamne (11)
Ogummaadhaaf iddoo guddaan kan kennamu yeroo hunda miti (13-18)
10
Gowwummaa xinnoon ogummaa balleessa (1)
Miidhaa dandeettii dhabuun geessisu (2-11)
Haala gaddisiisaa nama gowwaa irra gaʼu (12-15)
Gowwummaa bulchitoota gidduu jiru (16-20)
11
12