- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
ZAKKAARIYAAS
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Waamicha gara Yihowaatti akka deebiʼan dhihaate (1-6)
Mulʼata 1: Abbootii fardaa mukeetii hadaasii gidduu dhaabbatan (7-17)
Mulʼata 2: Gaanfota afurii fi ogeeyyii harkaa afur (18-21)
2
3
4
5
6
7
8
9
Murtii Waaqni saboota ollaa jiran irratti dabarse (1-8)
Dhufaatii mootii Xiyoon (9, 10)
Sabni Yihowaa bilisa baʼa (11-17)
10
Bokkaa argachuuf Yihowaa malee waaqolii sobaa hin gaafatinaa (1, 2)
Yihowaan saba isaa tokko ni godha (3-12)
11
12
13
14