LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 1591-1593
  • Qabiyyee Maatewos

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Maatewos
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qabiyyee Maarqos
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee Luqaas
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee Yohaannis
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatan
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Dabalataan Ilaaluuf
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Maatewos

MAATEWOS

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Hidda dhalootaa Yesuus Kiristoos (1-17)

    • Dhalachuu Yesuus (18-25)

  • 2

    • Namoonni urjii lakkaaʼan ni dhufan (1-12)

    • Gibxiitti baqachuu (13-15)

    • Heroodis ijoollee dhiiraa ajjeese (16-18)

    • Gara Naazireetitti deebiʼuu (19-23)

  • 3

    • Yohaannis Cuuphaan ni lallabe (1-12)

    • Yesuus ni cuuphame (13-17)

  • 4

    • Diyaabilos Yesuusiin qore (1-11)

    • Yesuus Galiilaatti lallabuu jalqabe (12-17)

    • Barattoonni jalqabaa ni waamaman (18-22)

    • Yesuus ni lallabe, ni barsiise, namootas ni fayyise (23-25)

  • 5

    • LALLABA GAARAA (1-48)

      • Yesuus gaara irratti barsiisuu jalqabe (1, 2)

      • Wantoota gammachuu argamsiisan salgan (3-12)

      • Soogiddaa fi ifa (13-16)

      • Yesuus Seericha raawwachuuf dhufe (17-20)

      • Gorsa dheekkamsa (21-26), ejja (27-30), wal hiikuu (31, 32), kakaa (33-37), haaloo baʼuu (38-42), diina jaallachuu (43-48) ilaalchisee kenname

  • 6

    • LALLABA GAARAA (1-34)

      • Qajeelota of hin fakkeessinaa (1-4)

      • Barumsa kadhannaa ilaalchisee kenname (5-15)

        • Kadhannaa fakkeenya taʼu (9-13)

      • Sooma (16-18)

      • Qabeenya lafa irraa fi qabeenya samii irraa (19-24)

      • Dhiphachuu dhiisaa (25-34)

        • Hundumaa dura Mootummicha barbaadaa (33)

  • 7

    • LALLABA GAARAA (1-27)

      • Warra kaanitti murteessuu dhiisaa (1-6)

      • Kadhachuu, barbaaduu, balbala rurrukutuu keessan itti fufaa (7-11)

      • Seera Isa Beekamaa (12)

      • Karra dhiphaa (13, 14)

      • Firii isaaniitiin beekamu (15-23)

      • Mana qarsaa irraattii ijaaramee fi mana cirracha irratti ijaarame (24-27)

    • Namoonni hedduun barumsa Yesuus baayʼee dinqisiifatan (28, 29)

  • 8

    • Namichi dhukkuba nadaayiitiin qabame ni fayye (1-4)

    • Amantii ajajaan dhibbaa argisiise (5-13)

    • Yesuus Qifirnaahomitti namoota hedduu fayyise (14-17)

    • Yesuus duukaa buʼuu (18-22)

    • Yesuus obomboleettii gab jechisiise (23-27)

    • Yesuus jinniiwwan gara booyyotaatti erge (28-34)

  • 9

    • Yesuus nama lamshaaʼe fayyise (1-8)

    • Yesuus Maatewosiin waame (9-13)

    • Gaaffii sooma ilaalchisee kaʼe (14-17)

    • Intala Yaayiros; dubartii uffata Yesuus tuqxe (18-26)

    • Yesuus nama qaro dhabeessaa fi nama arrabni isaa hidhame fayyise (27-34)

    • Hojiin makarichaa guddaa dha, hojjettoonni garuu muraasa (35-38)

  • 10

    • Ergamoota 12n (1-4)

    • Qajeelfama tajaajila ilaalchisee kenname (5-15)

    • Barattoonni ni ariʼatamu (16-25)

    • Waaqa malee nama hin sodaatinaa (26-31)

    • Nagaa utuu hin taʼin goraadee (32-39)

    • Barattoota Yesuus simachuu (40-42)

  • 11

    • Yohaannis Cuuphaan ni jajame (1-15)

    • Dhaloonni hin ajajamne ni balaaleffatame (16-24)

    • Yesuus warra gad of qabanitti dhugaa waan mulʼiseef Abbaan isaa jajate (25-27)

    • Waanjoon Yesuus boqonnaa argamsiisa (28-30)

  • 12

    • Yesuus “Gooftaa Sanbataa ti” (1-8)

    • Namni harki isaa lamshaaʼe ni fayye (9-14)

    • Tajaajilaa Waaqni jaallatu (15-21)

    • Jinniiwwan hafuura qulqulluudhaan ni baafaman (22-30)

    • Cubbuu dhiifama hin arganne (31, 32)

    • Mukti firii isaatiin beekama (33-37)

    • Mallattoo Yoonaas (38-42)

    • Hafuuronni xuraaʼoon yommuu deebiʼan (43-45)

    • Haadhaa fi obboloota Yesuus (46-50)

  • 13

    • FAKKEENYOTA MOOTUMMICHAA (1-52)

      • Namicha sanyii facaasu (1-9)

      • Sababii Yesuus fakkeenyatti itti fayyadamu (10-17)

      • Hiika fakkeenya namicha sanyii facaasee (18-23)

      • Qamadii fi inkirdaada (24-30)

      • Firii sanaaficaa fi raacitii (31-33)

      • Fakkeenyatti fayyadamuudhaan raajii raawwate (34, 35)

      • Hiika fakkeenya qamadii fi inkirdaadaa (36-43)

      • Qabeenya dhokfamee fi callee baʼeessa (44-46)

      • Saaphana qurxummii (47-50)

      • Miʼa haaraa fi miʼa moofaa (51, 52)

    • Yesuus naannoo dhalootaa isaatti hin simatamne (53-58)

  • 14

    • Yohaannis Cuuphaan mataan isaa irraa kutame (1-12)

    • Yesuus namoota 5,000 nyaachise (13-21)

    • Yesuus bishaan irra deeme (22-33)

    • Genesaarexitti namoota fayyise (34-36)

  • 15

    • Barsiifanni namaa ni saaxilame (1-9)

    • Wanti nama xureessu garaa keessaa baʼa (10-20)

    • Dubartiin biyya Fiinqee amantii guddaa argisiiste (21-28)

    • Yesuus dhukkuba hedduu fayyise (29-31)

    • Yesuus namoota 4,000 nyaachise (32-39)

  • 16

    • Mallattoo akka isaanitti argisiisu gaafatan (1-4)

    • Raacitii Fariisotaa fi Saduuqotaa (5-12)

    • Furtuuwwan Mootummichaa (13-20)

      • Gumii qarsaa irratti ijaarame (18)

    • Yesuus akka duʼu raajiin ni dubbatame (21-23)

    • Barataa dhugaa (24-28)

  • 17

    • Yesuus ni jijjiirame (1-13)

    • Amantii akka firii sanaaficaa (14-21)

    • Yesuus akka duʼu ammas raajiin ni dubbatame (22, 23)

    • Saantima afaan qurxummii keessaa argameen gibira kaffaluu (24-27)

  • 18

    • Mootummicha keessatti hundumaa irra kan caalu (1-6)

    • Wanta gufachiisu (7-11)

    • Fakkeenya hoolaa baddee (12-14)

    • Obboleessa tokko deebisanii argachuu (15-20)

    • Fakkeenya garbicha dhiifama gochuu didee (21-35)

  • 19

    • Gaaʼelaa fi wal hiikuu (1-9)

    • Kennaa qeenxee taʼuu (10-12)

    • Yesuus ijoollee eebbise (13-15)

    • Gaaffii dargaggeessi sooressi tokko gaafate (16-24)

    • Aarsaawwan Mootummichaaf kaffalaman (25-30)

  • 20

    • Hojjettoonni maasii wayinii kaffaltii qixxee argatan (1-16)

    • Yesuus akka duʼu ammas raajiin ni dubbatame (17-19)

    • Mootummicha keessatti bakki guddaan akka isaaniif kennamu gaafatan (20-28)

      • Yesuus namoota hedduudhaaf furii kaffalle (28)

    • Namoonni qaro dhabeeyyiin lama ni fayyan (29-34)

  • 21

    • Yesuus injifannoodhaan seene (1-11)

    • Yesuus mana qulqullummaa qulqulleesse (12-17)

    • Muka harbuu abaaramte (18-22)

    • Aangoo Yesuus morman (23-27)

    • Fakkeenya ilmaan lamaanii (28-32)

    • Fakkeenya qonnaan bultoota nama ajjeesanii (33-46)

      • Dhagaan golee hunda caalu ni tuffatame (42)

  • 22

    • Fakkeenya cidha gaaʼelaa (1-14)

    • Waaqayyoo fi Qeesaar (15-22)

    • Gaaffii duʼaa kaʼuu ilaalchisee kaʼe (23-33)

    • Ajajawwan hunda irra caalan lamaan (34-40)

    • Kiristoos ilma Daawitii? (41-46)

  • 23

    • Fakkeenya barsiisota seeraa fi Fariisotaa hin hordofinaa (1-12)

    • Barsiisota seeraa fi Fariisotaaf wayyoo (13-36)

    • Yesuus Yerusaalemiif gadde (37-39)

  • 24

    • MALLATTOO ARGAMA KIRISTOOS (1-51)

      • Waraana, hanqina nyaataa, kirkira lafaa (7)

      • Misiraachoon ni lallabama (14)

      • Rakkina guddaa (21, 22)

      • Mallattoo Ilma namaa (30)

      • Muka harbuu (32-34)

      • Akkuma bara Noh (37-39)

      • Dammaqaa eegaa (42-44)

      • Garbicha amanamaa fi garbicha hamaa (45-51)

  • 25

    • MALLATTOO ARGAMA KIRISTOOS (1-46)

      • Fakkeenya durboota kurnanii (1-13)

      • Fakkeenya taalaantii (14-30)

      • Hoolotaa fi reʼoota (31-46)

  • 26

    • Luboonni Yesuusiin ajjeesuuf irratti mariʼatan (1-5)

    • Dubartiin takka zayitii urgaaʼu mataa Yesuus irratti dhangalaaste (6-13)

    • Ayyaana Faasikaa isa dhumaa fi gantummaa (14-25)

    • Irbaanni Gooftaa ni hundeeffame (26-30)

    • Yesuus Pheexiros akka isa ganu raajii dubbate (31-35)

    • Yesuus Getesemaaneetti kadhate (36-46)

    • Yesuus ni qabame (47-56)

    • Yaaʼii Saanhediriin duratti qoratame (57-68)

    • Pheexiros Yesuusiin gane (69-75)

  • 27

    • Yesuus Philaaxositti dabarfamee kenname (1, 2)

    • Yihudaan of fannise (3-10)

    • Yesuus Philaaxos duratti dhihaate (11-26)

    • Namoonni itti qoosan (27-31)

    • Golgootaatti muka irratti fannifame (32-44)

    • Yesuus ni duʼe (45-56)

    • Yesuus ni awwaalame (57-61)

    • Awwaalichi ni eegame (62-66)

  • 28

    • Yesuus duʼaa kaafame (1-10)

    • Loltoonni akka soban mattaʼaan ni kennameef (11-15)

    • Hojii barattoota akka godhan kenname (16-20)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi