MAARQOS
QABIYYEE KITAABICHAA
-
Yohaannis Cuuphaan ni lallabe (1-8)
Cuuphamuu Yesuus (9-11)
Yesuus Seexanaan qorame (12, 13)
Yesuus Galiilaatti lallabuu jalqabe (14, 15)
Barattoonni jalqabaa ni waamaman (16-20)
Yesuus hafuura xuraaʼaa baase (21-28)
Yesuus Qifirnaahomitti namoota hedduu fayyise (29-34)
Bakka namni hin jirretti kadhachuu (35-39)
Namni dhukkuba nadaayiitiin qabame ni fayye (40-45)
-
Yesuus namoota 4,000 nyaachise (1-9)
Mallattoo akka isaanitti argisiisu gaafatan (10-13)
Raacitii Fariisotaa fi Heroodis (14-21)
Beetasaayidaatti namichi qaro dhabeessi ni fayye (22-26)
Pheexiros Kiristoosiin beeke (27-30)
Yesuus akka duʼu raajiin ni dubbatame (31-33)
Barattoota dhugaa taʼuu (34-38)
-
Yesuus ni jijjiirame (1-13)
Mucaan jinniidhaan qabame ni fayye (14-29)
Nama amantii qabuuf wanti hundi ni dandaʼama (23)
Yesuus akka duʼu ammas raajiin ni dubbatame (30-32)
Barattoonni eenyu akka caalu wal falman (33-37)
Namni nu hin mormine kam iyyuu nu cinaa jira (38-41)
Wantoota gufachiisan (42-48)
“Keessa keessanitti soogidda qabaadhaa” (49, 50)
-
Gaaʼelaa fi wal hiikuu (1-12)
Yesuus ijoollee eebbise (13-16)
Gaaffii namichi sooressi gaafate (17-25)
Mootummichaaf aarsaa kaffaluu (26-31)
Yesuus akka duʼu ammas raajiin ni dubbatame (32-34)
Gaaffii Yaaqoobii fi Yohaannis gaafatan (35-45)
Yesuus namoota hedduudhaaf furii kaffale (45)
Barxiimewos inni qaro dhabeessi ni fayye (46-52)
-
Fakkeenya qonnaan bultoota nama ajjeesanii (1-12)
Waaqayyoo fi Qeesaar (13-17)
Gaaffii duʼaa kaʼuu ilaalchisee kaʼe (18-27)
Ajajawwan hunda irra caalan lamaan (28-34)
Kiristoos ilma Daawitii? (35-37a)
Barsiisota seeraa irraa of eegaa (37b-40)
Saantima lamaan dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee (41-44)
-
Luboonni Yesuusiin ajjeesuuf irratti mariʼatan (1, 2)
Zayitiin urgaaʼu mataa Yesuus irratti dhangalaafame (3-9)
Yihudaan Yesuusiin gane (10, 11)
Faasikaa isa dhumaa (12-21)
Irbaanni Gooftaa ni hundeeffame (22-26)
Yesuus Pheexiros akka isa ganu raajii dubbate (27-31)
Yesuus Getesemaaneetti kadhate (32-42)
Yesuus ni qabame (43-52)
Yaaʼii Saanhediriin duratti qoratame (53-65)
Pheexiros Yesuusiin gane (66-72)
-
Yesuus duʼaa kaafame (1-8)