LUQAAS
QABIYYEE KITAABICHAA
-
Tewooflosiif kan barreeffame (1-4)
Gabriʼeel Yohaannis Cuuphaan akka dhalatu raajii dubbate (5-25)
Gabriʼeel Yesuus akka dhalatu raajii dubbate (26-38)
Maariyaam Elsaabex bira dhaqxe (39-45)
Maariyaam guddina Yihowaa labsite (46-56)
Yohaannis ni dhalate; maqaanis ni moggaafameef (57-66)
Raajii Zakkaariyaas (67-80)
-
Yesuus ni dhalate (1-7)
Maleekonni tiksitootatti mulʼatan (8-20)
Dhaqna qabaa fi sirna qulqulleeffamuu (21-24)
Simiʼoon Kiristoosiin arge (25-35)
Haannaan waaʼee mucichaa dubbatte (36-38)
Gara Naazireetitti deebiʼan (39, 40)
Wanta Yesuus umurii isaa waggaa 12tti mana qulqullummaa keessatti raawwate (41-52)
-
Yesuus “Gooftaa Sanbataa ti” (1-5)
Namichi harki isaa lamshaaʼe ni fayye (6-11)
Ergamoota 12n (12-16)
Yesuus ni barsiise, ni fayyises (17-19)
Gammachuu fi wayyoo (20-26)
Diina jaallachuu (27-36)
Namootatti murteessuu dhiisaa (37-42)
Firii isaatiin beekama (43-45)
Mana akka gaariitti ijaarame; mana buʼuura cimaa hin qabne (46-49)
-
Amantii ajajaan dhibbaa argisiise (1-10)
Yesuus Naayin keessatti ilma dubartii abbaan manaa irraa duʼe tokkoo duʼaa kaase (11-17)
Yohaannis Cuuphaan ni jajame (18-30)
Dhaloonni mata jabeessa taʼe ni balaaleffatame (31-35)
Dubartii cubbamtuun dhiifama argatte (36-50)
Fakkeenya namoota liqeeffatanii (41-43)
-
Dubartoota Yesuus duukaa deemaa turan (1-3)
Fakkeenya namicha sanyii facaasee (4-8)
Sababii Yesuus fakkeenyatti itti fayyadame (9, 10)
Hiika fakkeenya namicha sanyii facaasee (11-15)
Namni ibsaatti haguugu hin jiru (16-18)
Haadhaa fi obboloota Yesuus (19-21)
Yesuus obomboleettii gab jechisiise (22-25)
Yesuus jinniiwwan gara booyyotaatti erge (26-39)
Intala Yaayiros; dubartii uffata Yesuus tuqxe (40-56)
-
Warra Kudha Lamaaniif qajeelfamni tajaajilaa ni kenname (1-6)
Heroodis waaʼeen Yesuus bitaa itti taʼe (7-9)
Yesuus namoota 5,000 nyaachise (10-17)
Pheexiros Kiristoosiin beeke (18-20)
Yesuus akka duʼu raajiin ni dubbatame (21, 22)
Barattoota dhugaa taʼuu (23-27)
Yesuus ni jijjiirame (28-36)
Mucaan jinniidhaan qabame ni fayye (37-43a)
Yesuus akka duʼu ammas raajiin ni dubbatame (43b-45)
Barattoonni eenyu akka caalu wal falman (46-48)
Namni nu hin mormine kam iyyuu nu cinaa jira (49, 50)
Warri Samaariyaa Yesuusiin simachuu didan (51-56)
Yesuus duukaa buʼuu (57-62)
-
Raacitii Fariisotaa (1-3)
Namoota utuu hin taʼin, Waaqa sodaachuu (4-7)
Kiristoosii wajjin tokkummaa akka qaban argisiisuu (8-12)
Fakkeenya sooressa gowwaa (13-21)
Yaaddaʼuu dhiisaa (22-34)
Tuuta xinnoo (32)
Dammaqoo taʼuu (35-40)
Bulchaa manaa amanamaa taʼee fi bulchaa manaa amanamaa hin taane (41-48)
Nagaa utuu hin taʼin, wal qoqqooduu (49-53)
Yericha qoruun barbaachisaa dha (54-56)
Wal dhabiinsaaf furmaata kennuu (57-59)
-
Yaada geddarachuu ykn balleeffamuu (1-5)
Fakkeenya muka harbuu firii hin godhannee (6-9)
Dubartiin goophatte guyyaa Sanbataatti fayyifamte (10-17)
Fakkeenya firii sanaaficaa fi raacitii (18-21)
Balbala isa dhiphaadhaan ol seenuuf dhamaʼaa (22-30)
Heroodis, “jeedala sana” (31-33)
Yesuus Yerusaalemiif gadde (34, 35)
-
Namichi dhukkuba dhaqna dhiitessuun qabame guyyaa Sanbataatti fayyifame (1-6)
Keessummaa gad of qabdu taʼi (7-11)
Namoota gatii isinii deebisuu hin dandeenye affeeraa (12-14)
Fakkeenya keessummoota sababii dhiheessanii (15-24)
Aarsaa barataa Yesuus taʼuun gaafatu (25-33)
Soogidda miʼaa isaa dhabe (34, 35)
-
Fakkeenya dubartii abbaan manaa irraa duʼee fi cimsitee kadhattee (1-8)
Fariisichaa fi namicha qaraxa sassaabu (9-14)
Yesuusii fi ijoollee xixinnoo (15-17)
Gaaffii geggeessaan sooressa taʼe gaafate (18-30)
Yesuus akka duʼu ammas raajiin ni dubbatame (31-34)
Kadhattuu qaro dhabeessa agartuun isaa deebiʼeef (35-43)
-
Luboonni Yesuusiin ajjeesuuf isa irratti mariʼatan (1-6)
Qophii Faasikaa isa dhumaatiif godhame (7-13)
Irbaanni Gooftaa ni hundeeffame (14-20)
‘Inni dabarsee na kennu anaa wajjin maaddii irra jira’ (21-23)
Hunda irra kan caalu eenyu akka taʼe falmii cimaan ni kaʼe (24-27)
Kakuu mootummaa Yesuus gale (28-30)
Pheexiros akka ganu raajiin ni dubbatame (31-34)
Qophaaʼuun barbaachisaa dha; goraadee lama (35-38)
Kadhannaa Yesuus Gaara Ejersaa irratti dhiheesse (39-46)
Yesuus ni qabame (47-53)
Pheexiros Yesuusiin gane (54-62)
Yesuus itti qoosame (63-65)
Yaaʼii Saanhediriin duratti qoratame (66-71)