- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
YOHAANNIS
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Dubbichi foon taʼe (1-18)
Wanta Yohaannis Cuuphaan dhugaa baʼe (19-28)
Yesuus Hoolicha Waaqayyoo (29-34)
Barattoota Yesuus jalqabaa (35-42)
Filiphoosii fi Naatnaaʼel (43-51)
2
Cidha gaaʼelaa Qaanaatti godhame; bishaan wayiniitti jijjiirame (1-12)
Yesuus mana qulqullummaa qulqulleesse (13-22)
Yesuus wanta nama keessa jiru beeka (23-25)
3
Yesuusii fi Niqoodimos (1-21)
Yohaannis yeroo dhumaatiif waaʼee Yesuus dhugaa baʼe (22-30)
Isa gubbaadhaa dhufe (31-36)
4
Yesuusii fi dubartii Samaariyaa (1-38)
Namoonni Samaariyaa hedduun Yesuusitti amanan (39-42)
Yesuus ilma abbaa taayitaa tokkoo fayyise (43-54)
5
Dhukkubsataa Beetazaataatti fayyifame (1-18)
Yesuus Abbaan isaa aangoo isaaf kenneera (19-24)
Warri duʼan sagalee Yesuus ni dhagaʼu (25-30)
Waaʼee Yesuus dhugaa kan baʼan (31-47)
6
Yesuus namoota 5,000 nyaachise (1-15)
Yesuus bishaan irra deeme (16-21)
“Nyaata jireenyaa” kan taʼe Yesuus (22-59)
Namoonni hedduun dubbii Yesuusitti gufatan (60-71)
7
Yesuus Ayyaana Daasii irratti argame (1-13)
Yesuus ayyaanicha irratti barsiise (14-24)
Ilaalcha adda addaa namoonni waaʼee Kiristoos qaban (25-52)
8
Abbaan waaʼee Yesuus dhugaa baʼa (12-30)
Ijoollee Abrahaam (31-41)
Ijoollee Diyaabilos (42-47)
Yesuusii fi Abrahaam (48-59)
9
Yesuus namicha qaro dhabeessa taʼee dhalate fayyise (1-12)
Fariisonni namicha fayyifame gaaffii gaafatan (13-34)
Fariisota warra jaamota taʼan (35-41)
10
Tiksichaa fi gola hoolotaa lama (1-21)
Yihudoonni Ayyaana Haareffamuu irratti Yesuusii wajjin wal argan (22-39)
Yihudoonni hedduun Yesuusitti hin amanne (24-26)
“Hoolonni koo sagalee koo ni dhagaʼu” (27)
Ilmii fi Abbaan tokkummaa qabu (30, 38)
Namoonni Yordaanos gama jiran hedduun ni amanan (40-42)
11
Alaazaar ni duʼe (1-16)
Yesuus Maartaa fi Maariyaamiin jajjabeesse (17-37)
Yesuus Alaazaariin duʼaa kaase (38-44)
Mala Yesuusiin ajjeesuuf qopheeffame (45-57)
12
Maariyaam miila Yesuus irratti zayitii dhangalaaste (1-11)
Yesuus injifannoodhaan seene (12-19)
Yesuus duʼa isaa ilaalchisee raajii dubbate (20-37)
Yihudoonni amantii dhabuun isaanii raajiin akka raawwatamu godhe (38-43)
Yesuus addunyaa fayyisuuf dhufe (44-50)
13
Yesuus miila barattoota isaa dhiqe (1-20)
Yesuus Yihudaan gantuu taʼuu isaa dubbate (21-30)
Ajaja haaraa (31-35)
Pheexiros akka ganu raajiin ni dubbatame (36-38)
14
15
Fakkeenya muka wayinii isa dhugaa (1-10)
Ajaja jaalala akka Kiristoos argisiisuu ilaalchisee kenname (11-17)
Addunyaan barattoota Yesuus ni jibba (18-27)
16
Barattoonni Yesuus ajjeefamuu dandaʼu (1-4a)
Hojii hafuura qulqulluu (4b-16)
Gaddi barattootaa gammachuutti jijjiirama (17-24)
Yesuus addunyaa injifate (25-33)
17
18
Yihudaan Yesuusiin dabarsee kenne (1-9)
Pheexiros goraadeetti fayyadame (10, 11)
Yesuus gara Haannaasitti geeffame (12-14)
Pheexiros jalqaba gane (15-18)
Yesuus Haannaas duratti (19-24)
Pheexiros siʼa lammaffaa fi siʼa sadaffaa gane (25-27)
Yesuus Philaaxos duratti (28-40)
19
Yesuus ni garafame, itti qoosames (1-7)
Philaaxos ammas Yesuusiin gaafate (8-16a)
Yesuus Golgootaatti muka irratti fannifame (16b-24)
Qophii Yesuus haadha isaatiif godhe (25-27)
Yesuus ni duʼe (28-37)
Yesuus ni awwaalame (38-42)
20
Awwaala duwwaa (1-10)
Yesuus Maariyaam ishii Magdalaatti mulʼate (11-18)
Yesuus barattoota isaatti mulʼate (19-23)
Toomaas ni shakke, booda garuu ni amane (24-29)
Kaayyoo maraa kitaabaa kanaa (30, 31)
21
Yesuus barattoota isaatti mulʼate (1-14)
Pheexiros jaalala Yesuusiif qabu mirkaneesse (15-19)
Egeree barattoota Yesuus warra jaallatamoo (20-23)
Xumura (24, 25)