- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
HOJII ERGAMOOTAA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Tewooflosiif (1-5)
Hanga andaara lafaatti dhugaa baʼuu (6-8)
Yesuus gara samiitti ol baʼe (9-11)
Barattoonni tokkummaadhaan walitti qabaman (12-14)
Maatiyaas Yihudaa akka bakka buʼu filatame (15-26)
2
Hafuurri qulqulluun guyyaa Phenxeqosxeetti dhangalaʼe (1-13)
Haasaa Pheexiros (14-36)
Namoonni hedduun wanta Pheexiros dubbate ni fudhatan (37-41)
Kiristiyaanonni wanta adda addaa waliin raawwatu turan (42-47)
3
4
Pheexirosii fi Yohaannis ni qabaman (1-4)
Yaaʼii Saanhedriin duratti qoratamuu (5-22)
Ija jabina argachuuf kadhachuu (23-31)
Barattoonni wanta qaban waliin hiratan (32-37)
5
Anaaniyaasii fi Saphiiraa (1-11)
Ergamoonni mallattoo hedduu raawwatan (12-16)
Hidhamuu fi hiikamuu (17-21a)
Ammas yaaʼii Saanhedriin duratti dhiheeffamuu (21b-32)
Gorsa Gamaaliʼel (33-40)
Manaa gara manaatti lallabuu (41, 42)
6
7
8
Saaʼol isa ariʼatama geessisu (1-3)
Buʼaa tajaajilli Filiphoos Samaariyaatti argamsiise (4-13)
Pheexirosii fi Yohaannis Samaariyaatti ergaman (14-17)
Simoon hafuura qulqulluu bitachuuf yaale (18-25)
Xuʼaashii Itoophiyaa (26-40)
9
Saaʼol daandii gara Damaasqoo geessu irratti (1-9)
Anaaniyaas Saaʼoliin akka gargaaru ergame (10-19a)
Saaʼol Damaasqootti waaʼee Yesuus lallabe (19b-25)
Saaʼol gara Yerusaalem dhaqe (26-31)
Pheexiros Eneyaasiin fayyise (32-35)
Dorqaan ishiin arjaa taate duʼaa kaafamte (36-43)
10
Mulʼata Qorneelewos (1-8)
Pheexiros bineensota qulqulleeffaman mulʼataan arge (9-16)
Pheexiros Qorneelewos bira dhaqe (17-33)
Pheexiros saba kan biraatiif misiraachoo lallabe (34-43)
Saboonni kaan hafuura qulqulluu ni fudhatan, ni cuuphamanis (44-48)
11
Pheexiros ergamootaaf gabaasa dhiheesse (1-18)
Barnaabaasii fi Saaʼol Anxokiyaa ishii Sooriyaa keessatti (19-26)
Agaabos beelli akka buʼu raajii dubbate (27-30)
12
Yaaqoob ni ajjeefame; Pheexiros ni hidhame (1-5)
Pheexiros dinqiidhaan hiikame (6-19)
Maleekaan tokko Heroodisiin rukute (20-25)
13
Barnaabaasii fi Saaʼol misiyoonota taʼanii ergaman (1-3)
Qophrositti tajaajiluu (4-12)
Haasaa Phaawulos Anxokiyaa ishii Phisdiyaatti dhiheesse (13-41)
Gara saboota kaaniitti akka deeman raajiidhaan ajajaman (42-52)
14
Guddinaa fi mormii Iqooniyumitti taʼe (1-7)
Lisxiraatti akka waaqoliitti ilaalaman (8-18)
Phaawulos dhagaadhaan kan tumame taʼus ni oole (19, 20)
Gumiiwwan jajjabeessuu (21-23)
Anxokiyaa ishii Sooriyaatti deebiʼan (24-28)
15
Dhaqna qabaa ilaalchisee falmii Anxokiyaatti kaʼe (1, 2)
Gaaffii gara Yerusaalemitti geeffame (3-5)
Jaarsoliinii fi ergamoonni walitti qabaman (6-21)
Xalayaa qaama ol aanaa biraa ergame (22-29)
Gumiiwwan xalayaadhaan jajjabeeffaman (30-35)
Phaawulosii fi Barnaabaas karaa adda addaa deeman (36-41)
16
Phaawulos Ximotewosiin filate (1-5)
Mulʼata namicha Maqedooniyaa (6-10)
Filiphisiyusitti Liidiyaan ni amante (11-15)
Phaawulosii fi Siilaas ni hidhaman (16-24)
Eegduun mana hidhaa fi namoonni mana isaa ni cuuphaman (25-34)
Phaawulos abbootiin taayitaa dhiifama akka isaan gaafatan gaafate (35-40)
17
Phaawulosii fi Siilaas Tasalonqeetti (1-9)
Phaawulosii fi Siilaas Beeriyaatti (10-15)
Phaawulos Ateenaatti (16-22a)
Haasaa Phaawulos Ariyosfaagositti dhiheesse (22b-34)
18
Phaawulos Qorontositti ni tajaajile (1-17)
Anxokiyaa ishii Sooriyaatti deebiʼuu (18-22)
Phaawulos gara Galaatiyaa fi Firgiyaa dhaqe (23)
Apholos inni dandeettii dubbachuu qabu gargaarsa argate (24-28)
19
Phaawulos Efesoonitti; namoonni tokko tokko lammata cuuphaman (1-7)
Sochii Phaawulos barsiisuuf godhe (8-10)
Dhiibbaan jinnii jiraatus milkaaʼina argataniiru (11-20)
Jeequmsa Efesoonitti kaʼe (21-41)
20
Phaawulos Maqedooniyaa fi Giriikiitti (1-6)
Awuxikos Xiroʼaasitti duʼaa kaʼuu isaa (7-12)
Xiroʼaasii gara Milexos deemuu (13-16)
Phaawulos jaarsolii Efesoonii wajjin wal arge (17-38)
21
Gara Yerusaalem imaluu (1-14)
Yerusaalem gaʼuu (15-19)
Phaawulos gorsa jaarsolii fudhate (20-26)
Jeequmsa mana qulqullummaa keessatti kaʼe; Phaawulos ni qabame (27-36)
Phaawulos uummatatti akka dubbatu ni heyyamameef (37-40)
22
Phaawulos uummata duratti falmate (1-21)
Phaawulos lammii Roomaa taʼuu isaatti fayyadame (22-29)
Yaaʼiin Saanhedriin walitti qabame (30)
23
Phaawulos yaaʼii Saanhedriin duratti dubbate (1-10)
Gooftaan Phaawulosiin jajjabeesse (11)
Marii Phaawulosiin ajjeesuuf godhame (12-22)
Phaawulos gara Qisaariyaatti geeffame (23-35)
24
Himata Phaawulos irratti dhihaate (1-9)
Phaawulos Feeliksi duratti falmate (10-21)
Dhimmi Phaawulos waggaa lamaaf lafa irra harkifame (22-27)
25
Phaawulos Feesxos duratti qorame (1-12)
Feesxos Agriiphaa Mootichaa wajjin mariʼate (13-22)
Phaawulos Agriiphaa duratti (23-27)
26
Phaawulos Agriiphaa duratti falmate (1-11)
Phaawulos akkaataa itti jijjiirame ibse (12-23)
Deebii Feesxosii fi Agriiphaan kennan (24-32)
27
Phaawulos dooniidhaan gara Roomaa dhaqe (1-12)
Bubbee hamaan doonicha rukute (13-38)
Doonichi ni caccabe (39-44)
28
Maaltaatti doonii irraa buʼuu (1-6)
Abbaan Phubliyoos ni fayye (7-10)
Gara Roomaa dhaquu (11-16)
Phaawulos Yihudoota Roomaa jiranitti dubbate (17-29)
Phaawulos waggaa lamaaf ija jabinaan lallabe (30, 31)