- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
ROOMAA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Nagaa dhaamuu (1-7)
Phaawulos Roomaa dhaquu barbaade (8-15)
Namni qajeelaan amantiidhaan jiraata (16, 17)
Warri Waaqa hin sodaanne sababa itti qabatan hin qaban (18-32)
2
Waaqni Yihudootaa fi Giriikota irratti ni murteessa (1-16)
Yihudootaa fi Seericha (17-24)
Dhaqna qabaa garaa (25-29)
3
“Waaqayyo dhuga qabeessa haa taʼu” (1-8)
Yihudoonnis taʼan Giriikonni cubbuu jala jiru (9-20)
Qajeelummaa amantiidhaan argamu (21-31)
4
5
6
Gara Kiristoositti cuuphamuudhaan jireenya haaraa argachuu (1-11)
Cubbuun qaama keessan irratti akka moʼu hin heyyaminaa (12-14)
Garbicha cubbuu taʼuu mannaa garbicha Waaqaa taʼuu (15-23)
7
Seericha jalaa bilisa baʼuun fakkeenyaan ibsame (1-6)
Seerichi maalummaa cubbuu beeksise (7-12)
Qabsoo cubbuu wajjin godhamu (13-25)
8
Jireenyaa fi bilisummaa hafuuraan argamu (1-11)
Ijoollee Waaqaa taʼuu keenya hafuurichi dhugaa baʼa (12-17)
Uumamni bilisummaa ijoollee Waaqaa eeggata (18-25)
‘Hafuurichi nuuf kadhata’ (26, 27)
Warra Waaqni dursee murteesse (28-30)
Injifannoo karaa jaalala Waaqaa argamu (31-39)
9
Phaawulos saba Israaʼeliif gadde (1-5)
Sanyii Abrahaam isa dhugaa (6-13)
Filannaa Waaqaa irratti gaaffii kaasuun hin dandaʼamu (14-26)
Warra isaan irraa hafan qofatu oola (27-29)
Israaʼel ni gufate (30-33)
10
11
Waaqni Israaʼeliin guutummaatti hin dhiisne (1-16)
Fakkeenya muka ejersaa (17-32)
Ogummaa Waaqaa isa gad fagoo (33-36)
12
Qaama keessan aarsaa jiraatu godhaa dhiheessaa (1, 2)
Qaama tokkicha, kennaa adda addaa (3-8)
Gorsa jireenya Kiristiyaanummaa dhugaa ilaalchisee kenname (9-21)
13
Abbootii taayitaatiif bitamuu (1-7)
Jaalalli Seericha raawwata (8-10)
Akka ifa guyyaatiin deddeebiʼanitti deddeebiʼuu (11-14)
14
Walitti hin murteessinaa (1-12)
Warra kaan hin gufachiisinaa (13-18)
Nagaa fi tokkummaadhaaf hojjechuu (19-23)
15
Akkuma Kiristoos isin simate wal simadhaa (1-13)
Phaawulos isa tajaajilaa sabootaa taʼe (14-21)
Karoora imalaa Phaawulos (22-33)
16
Phaawulos waaʼee Feeban dubbate (1, 2)
Kiristiyaanota Roomaatiif nagaa dhaamuu (3-16)
Akeekkachiisa wal qoqqooduu ilaalchisee kenname (17-20)
Nagaa namoonni Phaawulosii wajjin hojjetan dhaaman (21-24)
Iccitii qulqulluun amma beekameera (25-27)