LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 330-332
  • Qabiyyee Keessa Deebii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Keessa Deebii
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qabiyyee Baʼuu
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Iyaasuun Geggeessaa Ta’e
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Qabiyyee Isaayyaas
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee Lakkoofsaa
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Keessa Deebii

KEESSA DEEBII

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Gaara Horeeb biraa kaʼanii deeman (1-8)

    • Ajajjoonnii fi abbootiin murtii ni muudaman (9-18)

    • Qaadesh Barneʼaatti ajajamuu didan (19-46)

      • Israaʼelonni gara biyyattiitti seenuu didan (26-33)

      • Kanaʼaaniin moʼuu dadhaban (41-46)

  • 2

    • Waggaa 38f lafa onaa keessa jooran (1-23)

    • Sihoon isa mootii Heshboon taʼe moʼan (24-37)

  • 3

    • Oog isa mootii Baashaan taʼe moʼan (1-7)

    • Lafa Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argamu hihiruu (8-20)

    • Iyyaasuun akka hin sodaanne itti himame 21, 22)

    • Museen biyyattiitti hin galu (23-29)

  • 4

    • Akka ajajaman gaafataman (1-14)

      • Hojiiwwan Waaqayyoo hin irraanfatinaa (9)

    • Yihowaan guutummaatti akka isaaf bulan barbaada (15-31)

    • Yihowaa malee Waaqni kan biraan hin jiru (32-40)

    • Magaalota itti baqatan warra Yordaanos irraa gara bahaatti argaman (41-43)

    • Seericha beeksisuu (44-49)

  • 5

    • Kakuu Yihowaan Horeebitti gale (1-5)

    • Ajajawwan Kurnan irra deebiʼamanii ibsaman (6-22)

    • Sabichi Gaara Siinaa biratti ni sodaate (23-33)

  • 6

    • Garaa kee guutuudhaan Yihowaa jaalladhu (1-9)

      • “Yaa Israaʼel dhagaʼi” (4)

      • Warri ijoollee isaanii barsiisuu qabu (6, 7)

    • Yihowaa hin irraanfatin (10-15)

    • Yihowaa hin qorin (16-19)

    • Dhaloota dhufutti himi (20-25)

  • 7

    • Saboota balleeffamuu qaban torba (1-6)

    • Sababa Israaʼel itti filatame (7-11)

    • Ajajamuun milkaaʼina argamsiisa (12-26)

  • 8

    • Eebbawwan Yihowaa biraa argaman irra deebiʼamanii ibsaman (1-9)

      • ‘Namni nyaata qofaan hin jiraatu’ (3)

    • Yihowaa hin irraanfatin (10-20)

  • 9

    • Sababa biyyattiin Israaʼeliif itti kennamte (1-6)

    • Israaʼel siʼa afur Yihowaa dheekkamsiise (7-29)

      • Jibicha warqii (7-14)

      • Museen sabichaaf kadhachuu isaa (15-21, 25-29)

      • Sabichi ammas siʼa sadii Yihowaa dheekkamsiise (22)

  • 10

    • Gabateewwan lamaan yeroo lammataatiif tolfaman (1-11)

    • Wanta Yihowaan barbaadu (12-22)

      • Yihowaa sodaadhu, akkasumas jaalladhu (12)

  • 11

    • Guddina Yihowaa argiteetta (1-7)

    • Biyyattii Abdachiifamte (8-12)

    • Badhaasa ajajamuudhaan argamu (13-17)

    • Dubbii Waaqayyoo garaatti qabachuu (18-25)

    • “Eebbaa fi abaarsa” (26-32)

  • 12

    • Bakka Waaqayyo filatutti waaqeffachuu (1-14)

    • Foon malee dhiiga nyaachuun hin heyyamamu (15-28)

    • Waaqolii kan birootiin kiyyoo keessa hin galinaa (29-32)

  • 13

    • Gantoota ilaalchisee wanta godhamuu qabu (1-18)

  • 14

    • Karaa sirrii hin taaneen gadda ofii ibsuu (1, 2)

    • Nyaatawwan qulqulluu fi xuraaʼoo taʼan (3-21)

    • Kurnoo Yihowaadhaaf kennamu (22-29)

  • 15

    • Waggaa torbaffaatti liqiin ni dhiifama (1-6)

    • Hiyyeeyyii gargaaruu (7-11)

    • Waggaa torbaffaatti garboota bilisa baasuu (12-18)

      • Mutaadhaan gurra garbaa uruu (16, 17)

    • Horiin jalqaba dhalate ni qulqulleeffama (19-23)

  • 16

    • Faasikaa; Ayyaana Maxinoo (1-8)

    • Ayyaana Torbeewwanii (9-12)

    • Ayyaana Daasii (13-17)

    • Abbootii murtii muuduu (18-20)

    • Wantoota waaqeffannaadhaaf itti fayyadamuu hin qabne (21, 22)

  • 17

    • Aarsaawwan mudaa kan hin qabne taʼuu qabu (1)

    • Gantummaa ilaalchisee wanta godhamuu qabu (2-7)

    • Dhimmoota murtiidhaaf rakkisoo taʼan (8-13)

    • Qajeelfama mootiidhaaf kenname (14-20)

      • Mootiin Seericha garagalfachuu qaba (18)

  • 18

    • Gaʼee lubootaa fi Leewwotaa (1-8)

    • Falfala raawwachuun ni dhowwame (9-14)

    • Raajii akka Musee taʼe (15-19)

    • Karaa raajonni sobaa itti beekaman (20-22)

  • 19

    • Dhiiga dhangalaasuu fi magaalota itti baqatan (1-13)

    • Mallattoo daangaa hin siqsin (14)

    • Ragoota mana murtii (15-21)

      • Ragoonni lama ykn sadii ni barbaachisu (15)

  • 20

    • Seerawwan waraanaa (1-20)

      • Loltuu taʼanii tajaajiluu irraa walaba taʼuu (5-9)

  • 21

    • Qajeelfama reeffa namni ajjeese hin beekamne ilaalchisee kenname (1-9)

    • Dubartoota boojiʼaman fuudhuu (10-14)

    • Mirga angafaa (15-17)

    • Ilma didaa taʼe (18-21)

    • Namni muka irratti fannifame abaaramaa dha (22, 23)

  • 22

    • Horii ollaatiif kabaja qabaachuu (1-4)

    • Uffata saala faallaa uffachuu (5)

    • Horiidhaaf garaa laafuu (6, 7)

    • Baaxii irratti ittisa tolchuu (8)

    • Karaa sirrii hin taaneen walitti makuu (9-11)

    • Uffata irratti foʼaa tolfachuu (12)

    • Seera saalqunnamtii sirrii hin taane ilaalchisee kenname (13-30)

  • 23

    • Warra gumii Waaqayyootti akka hin seenne dhowwaman (1-8)

    • Qulqullina buufatichaa eeguu (9-14)

    • Garbicha baqatee dhufe (15, 16)

    • Sagaagalummaan dhowwamuu isaa (17, 18)

    • Dhalaan liqeessuu fi wareega (19-23)

    • Wanta namni karaa irra darbu akka nyaatu isaaf heyyamame (24, 25)

  • 24

    • Gaaʼelaa fi wal hiikuu (1-5)

    • Lubbuudhaaf kabaja qabaachuu (6-9)

    • Hiyyeessaaf yaaduu (10-18)

    • Seera qaarmii ilaalchisee kenname (19-22)

  • 25

    • Seera garafuu ilaalchisee kenname (1-3)

    • Qotiyyoo midhaan siribsiisu afaan isaa hin hidhin (4)

    • Haadha manaa obboleessaa fuudhuu (5-10)

    • Lola gidduutti iddoo sirrii hin taane qabuu (11, 12)

    • Dhagaawwan madaallii fi safartuuwwan sirrii taʼan (13-16)

    • Amaaleqonni balleeffamuu qabu (17-19)

  • 26

    • Firiiwwan jalqabaa dhiheessuu (1-11)

    • Kurnoo lammaffaa (12-15)

    • Israaʼel isa Yihowaadhaaf qabeenya addaa taʼe (16-19)

  • 27

    • Seerichi dhagoota irratti ni barreeffama (1-10)

    • Gaara Eebaalii fi Gaara Geriizim irratti (11-14)

    • Abaarsichi irra deebiʼamee dubbatame (15-26)

  • 28

    • Eebbawwan ajajamuun argamsiisu (1-14)

    • Abaarsawwan ajajamuu diduun fidu (15-68)

  • 29

    • Kakuu biyya Moʼaabitti Israaʼelii wajjin galame (1-13)

    • Ajajamuu diduu ilaalchisee akeekkachiisa kenname (14-29)

      • Wantoota dhokfamanii fi wantoota ifa baafaman (29)

  • 30

    • Gara Yihowaatti deebiʼuu (1-10)

    • Ajajawwan Yihowaa baayʼee ulfaatoo miti (11-14)

    • Jireenyaa fi duʼa keessaa tokko filachuu (15-20)

  • 31

    • Museen duʼuuf jedha (1-8)

    • Seericha sabichaaf dubbisuu (9-13)

    • Iyyaasuun ni muudame (14, 15)

    • Israaʼel akka fincilu raajiin ni dubbatame (16-30)

      • Faarfannaa Israaʼelonni barachuu qaban (19, 22, 30)

  • 32

    • Faarfannaa Musee (1-47)

      • Yihowaa isa Qarsaa taʼe (4)

      • Israaʼel Qarsaa isaa ni irraanfate (18)

      • ‘Haaloo baʼuun kan koo ti’ (35)

      • “Yaa sabootaa, saba isaa wajjin gammadaa” (43)

    • Museen Gaara Neboo irratti duʼa (48-52)

  • 33

    • Museen gosoota ni eebbise (1-29)

      • ‘Irree Yihowaa isa bara baraa’ (27)

  • 34

    • Yihowaan biyyattii Museetti argisiise (1-4)

    • Museen ni duʼe (5-12)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi