- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
2 QORONTOS
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
Fedhii Phaawulos gammachuu akka argatan qabu (1-4)
Cubbamaa dhiifamni godhameefii gumiitti deebiʼe (5-11)
Phaawulos Xiroʼaasii fi Maqedooniyaatti (12, 13)
Tajaajila isa hiriira injifannoo taʼe (14-17)
3
4
5
6
Gaarummaa Waaqayyoo karaa dogoggoraatiin fayyadamuu hin qabnu (1, 2)
Ibsa tajaajila Phaawulos ilaalchisee kenname (3-13)
Gita malee walitti hin camadaminaa (14-18)
7
Wanta xureessu irraa of qulqulleessuu (1)
Phaawulos Kiristiyaanota Qorontositti ni gammade (2-4)
Tiitoon gabaasa gaarii fide (5-7)
Karaa Waaqa gammachiisuun gadduu fi yaada geddarachuu (8-16)
8
9
10
11
12
Mulʼatawwan Phaawulos arge (1-7a)
Qoree foon Phaawulos waraanu (7b-10)
Ergamoota hunda irra caalan sanaa gad miti (11-13)
Phaawulos warra Qorontosiif yaaddaʼe (14-21)
13