LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g22 Lakk. 1 ful. 3
  • Addunyaa Tasgabbii hin Qabne—Dandamachuu ni Dandeessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Addunyaa Tasgabbii hin Qabne—Dandamachuu ni Dandeessa
  • Dammaqaa!—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti
    Dammaqaa!—2022
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2022
  • Caalaatti Baradhu
    Dammaqaa!—2025
  • 2 Qabeenya Kee Eeggadhu
    Dammaqaa!—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2022
g22 Lakk. 1 ful. 3
Dubartiin baayʼee dhiphattee jirtu moobaayilii ishii ilaalaa jirti. Suuraa jeequmsa uummataa, balaa uumamaa, haadha baayʼee gadditee fi intala ishii qabattee jirtu, vaayirasii koronaa, akkasumas kutaa hospitaalaa dhukkubsattoonni keessa ciisan argisiisu ilaalaa jirti.

Addunyaa Tasgabbii hin Qabne—Dandamachuu ni Dandeessa

Rakkoowwan addunyaa keessatti uumamaa jiran dhiibbaa sirraan gaʼaa akka jiran sitti dhagaʼamaa? Rakkoowwan armaan gadii keessaa naannoo keetti miidhaa geessisaa kan jiru isa kami?

  • waraana

  • weerara dhibee

  • balaa uumamaa

  • hiyyummaa

  • jibba halaalaa

  • yakka cimaa

Rakkinni akkasii yeroo gaʼu namoonni baayʼeen garmalee naʼu, akkasumas abdii kutatu. Namoonni tokko tokkommoo naasuudhaan kan kaʼe akka hadoodan isaanitti dhagaʼama. Haa taʼu malee, yeroo haalli akkasii mudatu yeroo dheeraadhaaf naasuudhaan hadooduun rakkinichi akka hammaatu godha.

Yeroo haalli rakkisaan uumamu namoota jaallattuuf eegumsa gochuuf, akkasumas fayyaa kee, qabeenya kee fi gammachuu kee eeggachuuf tarkaanfii fudhachuu qabda.

Dhiibbaa addunyaan tasgabbii hin qabne kun sirraan geessisu dandamachuuf maal gochuu dandeessa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi