CAALAATTI BARADHU
Weebsaayitii jw.org irraa “Hojii fi Maallaqa” jedhii barbaadi. Kutaa kana jalaa mata dureewwan qorannaan irratti godhamee qophaaʼanii fi namoonni baayʼeen yeroo rakkisaa kana akka dandamatan gargaaran hedduu argachuu dandeessa. Kanneen armaan gadii mata dureewwan kana keessa muraasa isaaniiti:
“Qarshiidhaaf Ilaalcha Madaalamaa Qabaachuu”
“Galii Xinnoodhaan Jiraachuu kan Dandeessu Akkamitti?”