Mootota Saddeettan Mulʼatan
Dimshaashumatti Macaafni Daaniʼeliifi Macaafni Mulʼataa, mootota ykn bulchiinsa ilmaan namootaa saddeet qofa utuu hin taʼin, duraa duuba isaan aangoo itti qabatanis ni ibsu. Raajii jalqabaa Macaafa Qulqulluu keessatti ibsame hubachuudhaan raajiiwwan kana beekuu dandeenya.
Seenaa keessatti, Seexanni sanyiisaa dhaabbata siyaasaa ykn mootummoota garaagaraatti gurmeesseera. (Luq. 4:5, 6) Haataʼu malee, saba Israaʼelis taʼe gumii Kiristiyaanota dibamoo taʼanirratti dhiibbaa guddaa kan geessisan mootummoota muraasa qofadha jechuun ni dandaʼama. Mulʼanni Daaniʼeliifi Yohannis, mootummoota aangoo guddaa qaban saddeet qofa argisiisu.
[Chaartii/Fakkiiwwan fuula 12, 13rra jiran]
(Odeeffannoo guutuu argachuuf, barruu kana ilaali)
RAAJIIWWAN RAAJIIWWAN
DAANʼEL ARGE MACAAFA MULʼATAA
KEESSA JIRAN
1. Gibxi
2. Asor
3. Baabilon
4. Medoo
Faares
5. Giriik
6. Roomaa
7. Biritaaniyaafi
Yu.Ess.Ee.a
SABA WAAQAYYOO
2000 DH.K.D.
Abrahaam
1500
Saba Israaʼel
1000
Daaniʼel 500
DH.K.D./DH.K.B.
Yohannis
Israaʼel Waaqayyoo 500
1000
1500
2000 DH.K.B.
[Miiljalee]
a Bara isa dhumaa keessa mootonni lamaanuu jiru. Fuula 19 ilaali.
b Bara isa dhumaa keessa mootonni lamaanuu jiru. Fuula 19 ilaali.
[Fakkiiwwan]
Fakkeenya bifa namaa guddaa (Dan. 2:31-45)
Bineensota arfan galaana keessaa baʼan (Dan. 7:3-8, 17, 25)
Korbeessa hoolaafi korbeessa reettii (Dan. boq. 8)
Bineensa mataa torba qabu (Mul. 13:1-10, 16-18)
Bineensi gaanfa lama qabu bineensichaaf bifni fakkeenyaa akka hojjetamu jajjabeessa (Mul. 13:11-15)
[Ibsa Fakkiidhaaf Kenname]
Photo credits: Egypt and Rome: Photograph taken by courtesy of the British Museum; Medo-Persia: Musée du Louvre, Paris