LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp16 Lakk. 6 ful. 16
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo kadhannaa hundaaf deebii ni kennaa?
  • Haala addaatiin kadhachuu qabnaa?
  • Mirga Kadhannaa
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Waaqayyo Kadhannaa Kootiif Deebii ni Kennaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
wp16 Lakk. 6 ful. 16
Dubartii kadhachaa jirtu

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Waaqayyo kadhannaa hundaaf deebii ni kennaa?

ATI KADHANNAA EENYUUTIIF DEEBII KENNA JETTA?

  • Kan namoota hundaa

  • Kan namoota tokko tokkoo

  • Kan eenyuu iyyuu hin deebisu

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

“Waaqayyo . . . warra dhugaadhaan isa waammatan hundumaatti dhiʼoo dha.”—Faarfannaa 145:18.

WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA BARANNU

  • Waaqayyo kadhannaa namoota isaaf hin ajajamnee hin dhagaʼu. (Isaayaas 1:15) Haa taʼu malee, adeemsa isaanii sirreessuudhaan isaa wajjin nagaa uumuu dandaʼu.—Isaayaas 1:18.

  • Waaqayyo kadhannaa tokkoof deebii kan kennu ulaagaawwan isaa Kitaaba Qulqulluu keessa jiran kan guutu yoo taʼe qofa dha.—1 Yohaannis 5:14.

Haala addaatiin kadhachuu qabnaa?

NAMOONNI TOKKO TOKKO yeroo kadhannu jilbeenfachuu, mataa keenya gad qabuu ykn harka keenya lamaan walitti qabuu qabna jedhanii yaadu. Ati hoo maal jetta?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Waaqayyo namoota ‘taaʼanii, ‘ol kaʼanii,’ ‘gad gombifamanii,’ akkasumas ‘jilbeenfatanii’ kadhannaa dhiheessaniif deebii kenneera. (1 Seenaa 17:16; 2 Seenaa 30:27; Izraa 10:1; Hojii Ergamootaa 9:40) Kanaaf, haala addaatiin akka kadhannu nu irraa hin eegu.

WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA BARANNU

  • Waaqayyo namoota gad of deebisan ni dhagaʼa. —Faarfannaa 138:6.

  • Qooqa barbaanneen, darbees sagalee utuu hin dhageessisin kadhachuu ni dandeenya.—2 Seenaa 6:32, 33; Nahimiyaa 2:1-6.

Kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu naa ergaa

Odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana boqonnaa 17⁠ffaa ilaali

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi