LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 138
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqni guddaa taʼus namaaf yaada

        • ‘Ati kadhannaa kootiif deebii ni kennite’ (3)

        • ‘Balaa gidduutti illee ati na oolchita’ (7)

Faarfannaa 138:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Waaqolii kaan mormee, muuziqaa siif nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:1

Faarfannaa 138:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “godoo qulqulluu.”

  • *

    Ykn tarii, “maqaa kee caalaa dubbii keetiif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 3:3; 1Se 16:1; Fr 28:2
  • +Yoh 17:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 18

Faarfannaa 138:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:6
  • +Fr 29:11; Isa 12:2; 41:10

Faarfannaa 138:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 102:15; Isa 60:3

Faarfannaa 138:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 8:10, 11

Faarfannaa 138:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “fagootti beeka.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:8; Fr 113:6-8; Isa 57:15
  • +Yaq 4:6; 1Ph 5:5

Faarfannaa 138:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:20

Faarfannaa 138:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:17
  • +Iyo 14:15; Fr 71:18

Yaada Wal Simu

Far. 138:1Fr 9:1
Far. 138:21Sa 3:3; 1Se 16:1; Fr 28:2
Far. 138:2Yoh 17:6
Far. 138:3Fr 18:6
Far. 138:3Fr 29:11; Isa 12:2; 41:10
Far. 138:4Fr 102:15; Isa 60:3
Far. 138:51Mo 8:10, 11
Far. 138:61Sa 2:8; Fr 113:6-8; Isa 57:15
Far. 138:6Yaq 4:6; 1Ph 5:5
Far. 138:7Fr 71:20
Far. 138:8Fr 103:17
Far. 138:8Iyo 14:15; Fr 71:18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 138:1-8

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

138 Garaa koo guutuudhaan sin jajadha.+

Waaqolii kaan duratti

Faarfannaa galataa siif nan faarfadha.*

 2 Jaalala kee isa amanamaa fi amanamummaa keetiin kan kaʼe,

Gara mana qulqullummaa* kee isa qulqulluutti nan sagada,+

Maqaa kees nan jajadha.+

Ati wanta kaan hundumaa caalaa dubbii kee fi maqaa keetiif* ulfina kenniteetta.

 3 Guyyaan si waammadhetti, deebii naaf kennite;+

Na onnachiiste, na cimsites.+

 4 Yaa Yihowaa, waadaa ati dubbatte waan dhagaʼaniif,

Mootonni lafa irraa hundi si jajatu.+

 5 Ulfinni Yihowaa guddaa waan taʼeef,+

Isaan waaʼee daandiiwwan Yihowaa ni faarfatu.

 6 Yihowaan guddaa taʼus, isa gad of qabu ni arga,+

Isa of tuulu garuu ofitti hin dhiheessu.*+

 7 Balaa gidduu yommuun deemutti illee, ati lubbuudhaan na tursita.+

Harka kee diinota koo warra dheekkaman irratti diriirsita;

Harki kee mirgaa na oolcha.

 8 Yihowaan anaaf jedhee wantoota hundumaa ni raawwata.

Yaa Yihowaa, jaalalli kee inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata;+

Hojiiwwan harka keetii hin dhiisin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi