LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/10 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2010
Tajaajila Mootummaa—2010
km 2/10 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Gaaffileen kanaa gad jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Guraandhala 22, 2010 jalqabutti kan irratti mari’atamudha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barumsawwan torban Amajjii 4 jalqabee hanga Guraandhala 22, 2010⁠tti dhihaatanirratti hundaa’ee irra deebicha daqiiqaa 20f geggeessa.

1. Wantoonni Israa’eloonni Biyyattii Abdachiifamte utuu hin dhaalin akka turan isaan godhan tokko tokko maalfa’i? Nutoo kanarraa maal barachuu dandeenya? (Iya. 18:2, 3) [it-1 ful. 359 key. 5]

2. Iyaasuun yaada Iyaasuu 24:14, 15⁠rra jiru dubbachuuf kan isa kakaase maal akka ta’e mirkanaa’oo ta’uu dandeenya? Kunoo maal gochuuf nu kakaasuu qaba? [w08 5/15 ful. 17-18 key. 4-6]

3. Waaqeffattoonni Ba’aaliifi akkaataan waaqeffannaasaanii Israa’elootatti kiyyoo kan ta’eefi kan isaan gowwoomse akkamitti? (Abo. 2:3) [w08 2/15 ful. 27 key. 2-3]

Akkaataa Ehud ija jabinaan billaatti fayyadamerraa barumsa maalii argachuu dandeenya? (Abo. 3:16, 21) [w97 3/15 ful. 31 key. 4]

5. Yihowaan Giidewoniifi loltootasaa 300 akkamitti akka oolche yeroo qayyabannu, jajjabina akkamii arganna? (Abo. 7:19-22) [w05 7/15 ful. 16 key. 8]

6. Yihowaan ‘rakkina Israa’elirra ga’eef kan gadde’ karaa kamiini? (Abo. 10:16) [cl ful. 305 key. 10-11]

7. Yiftaan yeroo wareega wareege nama aarsaa gochuuf yaadee turee? (Abo. 11:30, 31) [w05 1/15 ful. 26 key. 1]

8. Humni Siimson dhugumaan daabee mataasaa keessa jira turee? (Abo. 16:18-20) [w05 3/15 ful. 28 key. 5-6]

9. Gocha dinqisiisaa Siimson akka raawwate Abboota Firdii 16:3⁠rratti ibsamerraa barumsa maalii arganna? [w04 10/15 ful. 15, key. 7-8]

10. Lubbuu namaa ilaalchisee yaada Abboota Firdii 16:30⁠rraa [NW] jirurraa maal baranna? [w90 9/1 ful. 5 key. 5; sp ful. 13-14]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi