LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/11 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 6/11 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gad jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Waxabajjii 27, 2011 jalqabutti kan irratti mariʼatamudha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barumsawwan torban Caamsaa 2 jalqabee hanga Waxabajjii 27, 2011⁠tti dhihaatanirratti hundaaʼee irra deebicha daqiiqaa 20f geggeessa.

1. Yihowaan Iyoob namoota isarratti cubbuu raawwataniif akka kadhatu isa gaafachuusaarraa barumsa akkamii arganna? (Iyo. 42:​8) [w98 8/15 ful. 30 key. 5]

2. ‘Aarsaa qajeelaanʼ Kiristiyaanonni yeroo harʼaatti dhiheessan maalidha? (Far. 4:​5) [w06 5/15 ful. 19 key. 1]

3. Kaleen Daawit kan isa ifate akkamitti? (Far. 16:7, hiika bara 1899) [w04 12/1 ful. 14 key. 9]

4. ‘Bantiiwwan waaqaa ulfina Waaqayyoo kan himanʼ akkamitti? (Far. 19:​1) [w04 10/1 ful. 10 key. 8]

5. Daawit Mootichi Faarfannaa 27:​14⁠rratti [akka Hiika Addunyaa Haaraatti] abdiifi ija jabinni walitti dhufeenya akkamii akka qaban dubbate? [w06 11/1 ful. 12-13 key. 3, 6]

6. Yaanni Faarfannaa 37:​21⁠rra jiru walitti dhufeenya obboloota keenyaa wajjin qabnu kan tuqu akkamitti? [w88 8/15 ful. 17 key. 8]

7. Dinqisiifannaa ilaalchisee, nama Lewwii biyya boojuudhaan fudhatame keessa jiraachaa ture tokkorraa maal barachuu dandeenya? (Far. 42:​1-3) [w06 6/1 ful. 9 key. 3]

8. Qajeelina akka jaallannu, jalʼinammoo akka jibbinu maaltu nu gargaaruu dandaʼa? (Far. 45:​7) [cf ful. 58-​59 key. 8-​10]

9. Daawit “hafuura na gargaaru” jedhee yeroo kadhatu hafuura eenyuu gaafachuusaa ture? (Far. 51:​12) [w06 6/1 ful. 9 key. 10]

10. Namoonni qajeeloon mana Waaqayyoo keessatti akka muka ejersaa taʼuu kan dandaʼan akkamitti? (Far. 52:8) [w00 5/15 ful. 29 key. 4]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi