Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Onkoloolessa 28, 2013 jalqabutti kan irratti mari’atamudha.
1. ‘Yaada Kiristos qabaachuu’ jechuun maal jechuudha? (1 Qor. 2:16) [Fulb. 2, w08 7/15 ful. 27 key. 7]
2. ‘Halalummaa kan baqannu’ karaawwan kamiini? (1 Qor. 6:18) [Fulb. 2, w08 7/15 ful. 27 key. 9; w04-AM 2/15 ful. 12 key. 9]
3. Phaawulos dubartoonni “walga’ii waldoota kristiyaanaa keessatti hin dubbatin” ennaa jedhu maal jechuusaa ture? (1 Qor. 14:34) [Fulb. 9, w12-AM 9/1 ful. 9, saanduqa]
4. Wanti Phaawulos 2 Qorontos 1:24rratti dubbate yeroo har’aa jaarsolii tuquu kan qabu akkamitti? [Fulb. 16, w13 1/15 ful. 27 key. 2-3]
5. Yaada 2 Qorontos 9:7rra jiru hojiirra kan oolchinu akkamitti? [Fulb. 23, g-AM 5/08 ful. 21, saanduqa]
6. Gorsa Phaawulos isa Galaatiyaa 6:4rra jiru hojiirra oolchuun keenya kan nu fayyadu akkamitti? [Fulb. 30, w12 12/15 ful. 13 key. 18]
7. “Tokkummaa hafuura qulqulluu of harkatti eeggachuu” jechuun maal jechuudha? (Efe. 4:3) [Onk. 7, w12 7/15 ful. 28 key. 7]
8. Phaawulos wantoota gara boodaatti dhiise ilaalchisee maaltu itti dhaga’ama ture? (Filp. 3:8) [Onk. 14, w12 3/15 ful. 27 key. 12]
9. Gorsi, “Akka warra kaanii rafuu in dhiifnaa!” jedhu ergaansaa maalidha? (1 Tas. 5:6) [Onk. 21, w12 3/15 ful. 10 key. 4]
10. Yesus du’a aarsaa du’uunsaa “furii wal gitu” kan ta’e akkamitti? (1 Xim. 2:6, NW) [Onk. 28, w11 6/15 ful. 13 key. 11]