LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/13 ful. 3
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 28 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 28 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 28 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 10/13 ful. 3

Sagantaa Torban Onkoloolessa 28 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 28 JALQABU

Faarfannaa 31fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 14 key. 1-9 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Xim. 1-6–2 Xim. 1-4 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii (Daq. 20)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 29

Daq. 5: “Guyyoota Ayyaanaatti Maal Gochuu Yaaddaniittu?” Haasaadhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Misiraachichi Faayidaa Akkamii Akka Argamsiisu Ibsi. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii jedhamu fuula 158 keeyyata 5 hanga dhuma fuula 159⁠rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Dhimmawwan namoota naannoo tajaajilaa keenya keessa jiran yaaddessanirratti namoota haasofsiisuuf, akkamitti kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamutti fayyadamuun akka danda’amu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: Yeroo Eeguun Barbaachisaa Kan Ta’e Maaliifi? Mareedhaan kan dhihaatu. (1) Yeroo eeguu ilaalchisee Yihowaan fakkeenya gaarii kan ta’u akkamitti? (An. 2:3) (2) Walga’iiwwanirrattis ta’e walga’ii tajaajila dirreerratti sa’aatiidhaan argamuun keenya, Yihowaa akka kabajnuufi obboloota keenyaaf akka yaadnu kan argisiisu akkamitti? (3) Sa’aatii walga’ii tajaajila dirree dabarsuun keenya garee tajaajila dirreefi obboleessa walga’icha geggeessurratti rakkina maalii fida? (4) Nama fedhii argisiise ykn Macaafa Qulqulluu qayyabatu wajjin beellama yoo qabanne beellama keenya eeguun barbaachisaa kan ta’e maaliifi? (Mat. 5:37) (5) Yaadawwan tajaajilarrattis ta’e walga’iirratti sa’aatii eeguuf nu gargaaran maalfa’i?

Faarfannaa 11fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi