TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Maree Fakkeenya Taʼu
Dhugaa Baʼuua
Gaaffii: Waaqayyo dhuunfaatti akka nuuf yaadu akkamitti beekna?
Caqasa: Mat 10:29-31
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo rakkina yeroo ammaa jiru akka dandamannu kan nu gargaaru akkamitti?
CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA ARGATTA:
Deddeebii Gaaffiib
Gaaffii: Waaqayyo rakkina yeroo ammaa jiru akka dandamannu kan nu gargaaru akkamitti?
Caqasa: Er 29:11
Yeroo Itti Aanuuf: Kitaabni Qulqulluun nu qajeelchuu kan dandaʼu akkamitti?
CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA ARGATTA: