-
Uumama 37:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Isaanis, inni isaan bira gaʼuu isaa dura fagootti arganii, isa ajjeesuuf irratti mala qopheessuu jalqaban.
-
-
Uumama 50:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 ‘Yoseefiin akkana jedhaa: “Maaloo, wanta hamaa kana si irratti raawwachuudhaan balleessaa fi cubbuu obboloonni kee si irratti raawwataniif dhiifama akka isaaniif gootu sin kadhadha.”’ Ammas maaloo, balleessaa warra tajaajiltoota Waaqa abbaa keetii taʼanii isaaniif dhiisi.” Yoseefis kana yeroo dhagaʼu ni booʼe.
-