LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 31:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaaqoobis kaʼee ijoollee isaa fi haadhotii manaa isaa gaalota irra kaaʼe;+ 18 achiis horii isaa hundumaa fi miʼawwan isaa warra walitti kuufate hundumaa ni fudhate;+ horii isaa warra Phaadaan Aaraam keessatti walitti qabates fudhatee gara abbaa isaa Yisihaaq isa biyya Kanaʼaan keessa jiruutti qajeele.+

  • Uumama 47:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Faraʼoonis obboloota Yoseefiin, “Hojiin keessan maali dha?” jedhee gaafate. Isaanis, “Nuti tajaajiltoonni kees taane abbootiin keenya tiksee hoolotaa ti” jedhanii isaaf deebisan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi