Uumama 15:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Haa taʼu malee, ani saba isaan tajaajiluuf jiran sana irratti nan murteessa;+ sana booda isaan miʼawwan hedduu fudhatanii achi keessaa ni baʼu.+ Uumama 26:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Akka nama biyya ormaa taʼiitii biyya kana keessa jiraadhu;+ biyyoota kana hundumaa sii fi sanyii keetiif waanan kennuuf,+ ani sii wajjin nan taʼa, sin eebbisas; kakaa ani akkana jedhee abbaa kee Abrahaamiif kakadhes nan raawwadha:+ Keessa Deebii 31:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan si dura ni deema; yeroo hundumaas sii wajjin ni taʼa.+ Inni si hin dhiisu, si hin gatus. Hin sodaatin yookiin hin jeeqamin.”+
14 Haa taʼu malee, ani saba isaan tajaajiluuf jiran sana irratti nan murteessa;+ sana booda isaan miʼawwan hedduu fudhatanii achi keessaa ni baʼu.+
3 Akka nama biyya ormaa taʼiitii biyya kana keessa jiraadhu;+ biyyoota kana hundumaa sii fi sanyii keetiif waanan kennuuf,+ ani sii wajjin nan taʼa, sin eebbisas; kakaa ani akkana jedhee abbaa kee Abrahaamiif kakadhes nan raawwadha:+
8 Yihowaan si dura ni deema; yeroo hundumaas sii wajjin ni taʼa.+ Inni si hin dhiisu, si hin gatus. Hin sodaatin yookiin hin jeeqamin.”+