-
Uumama 12:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Boodas achii baʼee gara naannoo gaarotaa Beetel+ irraa kallattii bahaatiin argamuu ni dhaqe; achiis Beeteliin kallattii dhihaatti, Aayiin+ immoo kallattii bahaatti hambisee dunkaana isaa dhaabe. Achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaaree,+ maqaa Yihowaa waammachuu jalqabe.+ 9 Sana booda, Abraam buufata isaa buqqisee bakka tokkoo kaʼee bakka kan biraa buufachaa gara Negeeb+ deeme.
-