-
Uumama 13:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Abraam biyya Kanaʼaan keessa jiraate; Loox garuu magaalota koonyaa sanaa keessa jiraate.+ Dhuma irrattis, inni dunkaana isaa Sodoom bira ni dhaabe.
-