LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 83:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+

      Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan.

  • Ibroota 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kiristoosis, luba ol aanaa taʼuudhaan ofii isaatiif ulfina hin kennine;+ kanaa mannaa isa, “Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera”+ jedhe sanatu ulfina isa gonfachiise.

  • Ibroota 5:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 sababiin isaas, Waaqayyo akkuma Malkiseedeq+ luba ol aanaa godhee isa muudeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi