Hojii Ergamootaa 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Waaqayyo kakuu dhaqna qabaas isaaf ni kenne;+ Abrahaam Yisihaaqiin dhalche;+ guyyaa saddeettaffaattis dhaqna isa qabe;+ Yisihaaq Yaaqoobiin dhalche; Yaaqoob immoo mataawwan maatii* 12n dhalche. Roomaa 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Amantii utuu dhaqna hin qabatin argisiiseen, dhaqna qabaa isa mallattoo qajeelinaa+ taʼe akka chaappaatti* fudhate; akka kanaan, namoota utuu dhaqna hin qabatin amantii isaaniitiin qajeeloo akka taʼanitti lakkaaʼaman hundumaaf abbaa taʼe;+
8 “Waaqayyo kakuu dhaqna qabaas isaaf ni kenne;+ Abrahaam Yisihaaqiin dhalche;+ guyyaa saddeettaffaattis dhaqna isa qabe;+ Yisihaaq Yaaqoobiin dhalche; Yaaqoob immoo mataawwan maatii* 12n dhalche.
11 Amantii utuu dhaqna hin qabatin argisiiseen, dhaqna qabaa isa mallattoo qajeelinaa+ taʼe akka chaappaatti* fudhate; akka kanaan, namoota utuu dhaqna hin qabatin amantii isaaniitiin qajeeloo akka taʼanitti lakkaaʼaman hundumaaf abbaa taʼe;+