LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 17:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Guutummaa dhaloota keessanii keessatti, dhiirri guyyaa saddeet guutee fi isin gidduutti argamu kam iyyuu, dhiirri mana keessatti dhalate kam iyyuu, dhiirri sanyii kee hin taanee fi nama biyya ormaa irraa maallaqaan bitame kam iyyuu dhaqna qabamuu qaba.+

  • Leewwota 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Mucichis guyyaa saddeettaffaatti dhaqna haa qabamu.+

  • Hojii Ergamootaa 7:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Waaqayyo kakuu dhaqna qabaas isaaf ni kenne;+ Abrahaam Yisihaaqiin dhalche;+ guyyaa saddeettaffaattis dhaqna isa qabe;+ Yisihaaq Yaaqoobiin dhalche; Yaaqoob immoo mataawwan maatii* 12n dhalche.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi