Uumama 11:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Taaraan waggaa 70 ni jiraate; achiis Abraam,+ Naahorii+ fi Kaaraaniin ni dhalche. Uumama 11:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Abraamii fi Naahor haadha manaa ni fuudhan. Maqaan haadha manaa Abraam Saaraay yeroo taʼu,+ maqaan haadha manaa Naahor immoo Miilkaa+ ture; ishiin intala Kaaraan isa abbaa Miilkaa fi Yiskaa taʼe sanaa ti.
29 Abraamii fi Naahor haadha manaa ni fuudhan. Maqaan haadha manaa Abraam Saaraay yeroo taʼu,+ maqaan haadha manaa Naahor immoo Miilkaa+ ture; ishiin intala Kaaraan isa abbaa Miilkaa fi Yiskaa taʼe sanaa ti.