LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 21:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yihowaan akkuma jedhee turetti Saaraa ni yaadate; Yihowaan wanta waadaa galee ture Saaraadhaaf ni raawwate.+ 2 Kanaafuu, Saaraan ni ulfoofte;+ akkuma Waaqayyo waadaa isaaf galee turetti, yeroo murteeffame sanatti, bara dulluma isaatti Abrahaamiif ilma ni deesse.+

  • Roomaa 4:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Amantiin isaa kan hin laafne taʼus, yeroo kanatti (gara waggaa 100 waan taʼeef) qaama isaa isa akka duʼetti ilaalamuu+ fi gadameessa Saaraa isa duʼaa* taʼe yaade.+

  • Ibroota 11:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Saaraan umuriin dhala godhachuu itti dandeessu kan darbe taʼus, ulfaaʼuuf* amantiidhaan humna argatte;+ ishiin inni waadaa gale sun amanamaa taʼuu isaa yaaddee turte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi