LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Sana booda, Abraam buufata isaa buqqisee bakka tokkoo kaʼee bakka kan biraa buufachaa gara Negeeb+ deeme.

  • Uumama 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Abrahaam buufata isaa achii kaasee+ gara biyya Negeebitti geessuudhaan Qaadeshii+ fi Shuur+ gidduu jiraachuu jalqabe. Utuma Geraar+ keessa jiraachaa* jiruus,

  • Lakkoofsa 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.

  • Abbootii Murtii 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Sana booda, namoonni Yihudaa Kanaʼaanota warra naannoo gaarotaa keessa, akkasumas Negeebii fi Shefelaa+ keessa jiraatan waraanuuf gad buʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi