Iyyaasuu 24:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yisihaaqiif immoo Yaaqoobii fi Esaawuun nan kenne.+ Boodas, Esaawuuf Gaara Seʼiir dhaalaan nan kenne;+ Yaaqoobii fi ilmaan isaa immoo gara Gibxiitti gad ni buʼan.+ Ibroota 11:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yisihaaq wantoota dhufuuf jiran ilaalchisee Yaaqoobii+ fi Esaawuun+ amantiidhaan eebbise.
4 Yisihaaqiif immoo Yaaqoobii fi Esaawuun nan kenne.+ Boodas, Esaawuuf Gaara Seʼiir dhaalaan nan kenne;+ Yaaqoobii fi ilmaan isaa immoo gara Gibxiitti gad ni buʼan.+