LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 27:27-29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Innis itti siqee isa dhungate; abbaan isaas urgaa uffata isaa ni urgeeffate.+ Achiis akkana jedhee isa eebbise:

      “Kunoo, urgaan ilma kootii, akka urgaa maasii Yihowaan eebbisee ti. 28 Waaqni dhugaan, fixeensa samii,+ lafa biyyoo gabbataa qabu,+ midhaan hedduu fi daadhii wayinii haaraa hedduu siif haa kennu.+ 29 Namoonni si haa tajaajilan; saboonnis siif haa sagadan. Obboloota kee irratti gooftaa taʼi; ilmaan haadha tees siif haa sagadan.+ Kan si abaaru hundi abaaramaa haa taʼu; kan si eebbisu hundis eebbifamaa haa taʼu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi