LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ilmaan inni Raahel irraa dhalche, Yoseefii fi Biiniyaam turan.

  • Uumama 45:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu Yoseef obboloota isaatiin, “Maaloo, natti siqaa” jedhe. Isaanis isatti siqan.

      Achiis akkana isaaniin jedhe: “Ani obboleessa keessan Yoseef isa isin biyya Gibxiitti gurgurtan sana dha.+

  • Keessa Deebii 33:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Waaʼee Yoseef akkana jedhe:+

      “Yihowaan lafa isaa haa eebbisu,+

      Wantoota filatamoo samiitiin,

      Fixeensaa fi bishaan burqaawwan lafa jalaatiin,+

  • Hojii Ergamootaa 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Mataawwan maatii sunis Yoseefitti hinaafanii+ Gibxiitti isa gurguran.+ Garuu Waaqayyo isaa wajjin ture;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi