Uumama 31:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis Waaqayyo halkan abjuudhaan+ Laabaan Aaraamichatti+ mulʼatee, “Gaariis taʼe hamaa, wanta Yaaqoobitti dubbattuuf of eeggadhu!”* isaan jedhe.+
24 Achiis Waaqayyo halkan abjuudhaan+ Laabaan Aaraamichatti+ mulʼatee, “Gaariis taʼe hamaa, wanta Yaaqoobitti dubbattuuf of eeggadhu!”* isaan jedhe.+