Uumama 35:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Sana booda Waaqayyo Yaaqoobiin, “Kaʼi, gara Beetelitti+ ol baʼiitii achi jiraadhu; bakka sanattis Waaqa dhugaa isa yeroo obboleessa kee Esaawu jalaa baqachaa+ turtetti sitti mulʼate sanaaf iddoo aarsaa ijaari” jedhe. Uumama 35:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yommuu inni obboleessa isaa jalaa baqatee turetti Waaqni dhugaan achitti isatti mulʼatee waan tureef, bakka sanatti iddoo aarsaa ijaaree maqaa bakka sanaa El Beetel* jedhee moggaase.+
35 Sana booda Waaqayyo Yaaqoobiin, “Kaʼi, gara Beetelitti+ ol baʼiitii achi jiraadhu; bakka sanattis Waaqa dhugaa isa yeroo obboleessa kee Esaawu jalaa baqachaa+ turtetti sitti mulʼate sanaaf iddoo aarsaa ijaari” jedhe.
7 Yommuu inni obboleessa isaa jalaa baqatee turetti Waaqni dhugaan achitti isatti mulʼatee waan tureef, bakka sanatti iddoo aarsaa ijaaree maqaa bakka sanaa El Beetel* jedhee moggaase.+