-
Baʼuu 3:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Isaan dhugumaan sagalee kee ni dhagaʼu;+ atii fi jaarsoliin Israaʼelis gara mootii Gibxii dhaqxanii, ‘Waaqa Ibrootaa kan taʼe Yihowaan+ nutti dubbatee ture. Kanaafuu maaloo, Waaqa keenya Yihowaadhaaf aarsaa akka dhiheessinuuf, adeemsa guyyaa sadii deemnee gara lafa onaa akka dhaqnu nuuf heyyami’ isaan jettu.+
-