LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Anis sabni kun warra Gibxii duratti ulfina akka argatu nan godha; isinis yommuu deemtan, matumaa harka duwwaa hin baatan.+ 22 Dubartoonni hundi olloota isaanii fi dubartoota mana isaanii keessa jiraatan faayawwan meetii fi warqii, akkasumas uffata haa gaafatan; isinis wantoota kana ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa keessaniif ni gootu; warra Gibxiis ni saamtu.”+

  • Baʼuu 12:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Israaʼelonnis akkuma Museen isaanitti himetti, faayawwan meetii fi warqii, akkasumas uffata akka isaaniif kennan warra Gibxii ni gaafatan.+ 36 Yihowaan warra Gibxii duratti sabichaaf ulfina waan kenneef, wanta isaan gaafatan isaaniif ni kennan; isaanis warra Gibxii ni saaman.+

  • Faarfannaa 105:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Sabni isaa meetii fi warqii fudhatanii akka baʼan godhe;+

      Gosoota isaanii keessaa kan gufate tokko illee hin turre.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi